Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 2

Beektonni Kiristoosin Daawwatan

1 Bara Heroodis Mootichaa keessa, erga Yesuus magaalaa Beetlihem Yihuudaatti argamtu keessatti dhalatee booddee, beektonni baʼa biiftuutii gara Yerusaalem dhufan; 2 isaanis, "Mootiin Yihuudootaa inni dhalate sun eessa jira? Nu urjii isaa baʼa biiftuutti arginee isaaf sagaduu dhufneerra" jedhanii gaafatan.

Veja também