Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 21

15 Luboonni hangafoonnii fi barsiistonni seeraa yommuu hojii dinqisiisaa inni hojjete arganii ijoollee mana qulqullummaa keessatti, "Hoosaaʼinaa ilma Daawitiif" jedhanii iyyan dhagaʼanitti ni aaran.

16 Isaanis, "Ati waan ijoolleen kunneen jedhan dhageessaa?" jedhanii isa gaafatan.

Yesuus immoo, "Eeyyee;" isin waan,

" Yaa Gooftaa, ati afaan daaʼimmaniitii fi mucoolii harma hodhanii irraa, galata qopheessiteerta

jedhu sana takkumaa hin dubbifnee?" 21:16 Far 8:2

jedhee deebise.

Veja também