9 Namoonni isa dura deemaa turanii fi warri isa duukaa buʼaa turan iyyanii,
"Hoosaaʼinaa Ilma Daawitiif!"
"Inni maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"21:9 Far 118:26
"Hoosaaʼinaa ol gubbaatti!" jedhan.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.