Publicidade

Mateus 24

29 "Akkuma dhiphinni bara sanaa darbeen,

" Aduun ni dukkanoofti;

jiʼis ifa ishee hin kennitu;

urjiiwwan samii irraa ni harcaʼu;

humnoonni samiis ni raafamu. 24:29 Isa 13:10; 34:4

30 "Ergasii mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulʼata; saboonni addunyaa hundinuus ni booʼu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. 31 Innis ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-