Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 27

63 Isaanis akkana jedhan; "Gooftaa! Akka namichi gowwoomsaan sun utuu lubbuudhaan jiruu, Ani guyyaa sadii booddee duʼaa nan kaʼa jedhe nu ni yaadanna. 64 Kanaafuu akka awwaalli sun hamma guyyaa sadaffaatti eegamu ajaji. Yoo kun taʼuu baate barattoonni isaa dhaqanii reeffa isaa hatanii, Inni warra duʼan keessaa kaʼeerajedhanii namatti odeessu. Gowwoomsaan dhumaa kun immoo isa duraa caalaa ni hammaata."

Veja também