Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 6

9 "Egaa akkana jedhaa kadhadhaa:

" ‘Yaa Abbaa keenya kan samii irra jirtu,

maqaan kee haa qulqullaaʼu;

10 mootummaan kee haa dhufu;

fedhiin kee akkuma samii irratti taʼe sana,

lafa irrattis haa taʼu.

11 Buddeena keenya kan guyyuma guyyaa harʼa nuu kenni.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também