Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 9

37 Barattoota isaatiinis akkana jedhe; "Midhaan walitti qabamu baayʼee dha; hojjettoonni garuu muraasa. 38 Kanaaf akka Gooftaan midhaan sanaa gara lafa qotiisaa midhaan isaatti hojjettoota erguuf isa kadhadhaa."

Veja também