3 Waaqayyo dheekkamuuf hin jarjaru; humni isaa immoo guddaa dha;
Waaqayyo nama balleessaa qabu utuu hin adabin hin dhiisu.
Bubbee hamaa fi dhaʼaa galaanaa keessaas karaa qaba;
duumessi immoo awwaara miilla isaa ti.