Pular para o conteúdo
Publicidade

Números 14

11 Waaqayyos Museedhaan akkana jedhe; "Sabni kun hamma yoomiitti akkana na tuffata? Utuma ani mallattoowwan kanneen hunda gidduu isaaniitti hojjedhuu isaan hamma yoomiitti na amanuu didu?

Veja também