17 Eeliyaas namuma akka keenyaa ture. Innis akka bokkaan hin roobneef jabeessee kadhate; bokkaanis waggaa sadii fi jiʼa jaʼa lafa irratti hin roobne. 18 Ammas deebiʼee kadhate; samiin bokkaa kenne; laftis midhaan baafte.
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.