Pular para o conteúdo
Publicidade

Tito 2

11 Ayyaanni Waaqaa kan fayyina fidu nama hundatti mulʼifameeraatii. 12 Ayyaanni kunis Waaqa malee jiraachuu fi hawwii addunyaa ganuun bara kana keessa jireenya of qabiisaa, jireenya qajeelummaatii fi jireenya Waaqatti buluu akka jiraannu nu barsiisa; 13 kunis yommuu nu abdii keenya isa eebbifamaa jechuunis mulʼachuu ulfina Waaqa keenya guddichaatii fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos eeggachaa jirrutti taʼa;

Veja também

Tito
Ver todos os capítulos de Tito