Pular para o conteúdo
Publicidade

Zakkaariyaas 11

12 Anis, "Yoo wanni kun waan gaarii isinitti fakkaate, gatii koo naaf kennaa; yoo taʼuu baate immoo dhiisaa" nan jedheen. Kanaafuu isaan meetii soddoma naaf kennan.

13 Waaqayyos gatii gaarii isaan itti na shallagan sana, "Mankuusa keessa buusi!" naan jedhe. Kanaafuu ani meetii soddomman sana fuudhee mana Waaqayyoo keessatti mankuusa keessa nan buuse.

Veja também