17 Namni qabeenya addunyaa qabu kam iyyuu yoo obboleessa isaa rakkataa argee garaa itti jabaate jaalalli Allaaha akkamitti isa keessa jiraachuu dandaʼa? 18 Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.
Publicidade
1 Yohannis 3:17,18
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
17 ነምን ቀቤኘ አዱኛ ቀቡ ከምዩ ዮ ኦቦሌሰሳ ረከታ አርጌ ገራ እት ጀባቴ ጃለል ዋቃ አከምት እሰ ኬሰ ጅራቹ ደንደአ? 18 ያ እጆሌ ጃለተሞ፣ ኮታ ዱቢን ዮካን አፋን ቆፋን ኡቱ ህንተእን ሆጂፊ ዹጋዻን ጃለትና።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
17 Namni qabeenya addunyaa qabu kam iyyuu yoo obboleessa isaa rakkataa argee garaa itti jabaate jaalalli Waaqaa akkamitti isa keessa jiraachuu dandaʼa? 18 Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.