15 Garuu garaa keessan keessatti Al-Masiihii Gooftichaaf ulfina guddaa kennaa. Nama sababii abdii isin qabdan sanaa isin gaafatu kamiif iyyuu deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼaa. Waan kana immoo garraamummaa fi sodaan godhaa;
Publicidade
1 Phexros 3:15
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
15 ገሩ ገራኬሰን ኬሰት ክርስቶስ ጎፍትቻፍ ኡልፍነ ጉዳ ኬና። ነመ ሰበቢ አብዲ እስን ቀብደን ሰና እስን ጋፈቱ ከሚፍዩ ዴቢ ኬኑፍ ዬሮ ሁንደ ቆጳኣ። ዋን ከነሞ ገራሙማፊ ሶዳን ጎዻ፤
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
15 Garuu garaa keessan keessatti Kiristoos Gooftichaaf ulfina guddaa kennaa. Nama sababii abdii isin qabdan sanaa isin gaafatu kamiif iyyuu deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼaa. Waan kana immoo garraamummaa fi sodaan godhaa;
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.