19 Yoo dhuga baatota lamaan yookaan sadiin mirkaneeffame malee himata jaarsa tokko mormuun dhiʼeeffamu kam iyyuu hin fudhatin. 20 Akka warri kaan sodaataniif namoota cubbuu hojjetan fuula namoota hundaa duratti itti dheekkami.
Publicidade
1 Xiimotewos 5:19,20
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
19 ዮ ዹገ ባቶተ ለማን ዮካን ሰዲን ምርከኔፈሜ መሌ ህመተ ጃርሰ ቶኮ ሞርሙን ዽኤፈሙ ከምዩ ህንፉዸን። 20 አከ ወር ካን ሶዳተኒፍ ነሞተ ጩቡ ሆጄተን ፉለ ነሞተ ሁንዳ ዱረት እት ዼከም።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
19 Yoo dhuga baatota lamaan yookaan sadiin mirkaneeffame malee himata jaarsa tokko mormuun dhiʼeeffamu kam iyyuu hin fudhatin. 20 Akka warri kaan sodaataniif namoota cubbuu hojjetan fuula namoota hundaa duratti itti dheekkami.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.