10 Daaniʼelis yommuu akka labsiin sun baʼe beeketti kutaa mana isaa kan foddaan isaa gara Yerusaalemitti garagalutti ol baʼe. Innis akkuma yeroo kaan godhu guyyaatti yeroo sadii jilbeenfatee duʼaa godhate, Allaah isaatiifis galata galche
Publicidade
Daaniʼel 6:10
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
10 ዳንኤልስ ዮሙ አከ ለብሲን ሱን በኤ ቤኬት ኩታ መነሳ ከን ፎዳንሳ ገረ ዬሩሳሌምት ገረገሉት ኦል በኤ። እንስ አኩመ ዬሮ ካን ጎዹ ጉያት ዬሮ ሰዲ ጅልቤንፈቴ ዋቀሳ ከዸቴ፣ ገለተስ ገልቼፍ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
10 Daaniʼelis yommuu akka labsiin sun baʼe beeketti kutaa mana isaa kan foddaan isaa gara Yerusaalemitti garagalutti ol baʼe. Innis akkuma yeroo kaan godhu guyyaatti yeroo sadii jilbeenfatee Waaqa isaa kadhate, galatas galcheef.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.