Pular para o conteúdo
Publicidade

Tito 2

11 Ayyaanni Allaaha kan fayyina fidu nama hundatti mulʼifameeraatii. 12 Ayyaanni kunis Allaah malee jiraachuu fi hawwii addunyaa ganuun bara kana keessa jireenya of qabiisaa, jireenya qajeelummaatii fi jireenya Allaahatti buluu akka jiraannu nu barsiisa; 13 kunis yommuu nu abdii keenya isa eebbifamaa jechuunis mulʼachuu ulfina Allaah keenya guddichaatii fi Fayyisaa keenya Iisaa Al-Masiihi eeggachaa jirrutti taʼa;

Veja também

Tito
Ver todos os capítulos de Tito