4 Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Allaaha mulʼatetti garuu, 5 inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii araara isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise;
Publicidade
Tiitoo 3:4,5
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
4 ዮሙ ጋሩማፊ ጃለል ፈይሳኬኘ ዋቃ ሙልአቴት ገሩ፣ 5 እን ሰበቢ ቀጄሉማ ኑ ሆጄትኔቲፍ ኡቱ ህንተእን ሰበቢ አራረሳቲፍ ጄዼ ኑ ፈይሴ። እን ዽቀትና ለመተ ዸለቹቲፊ ሃሮምሱ ሀፉረ ቁልቁሉቲን ኑ ፈይሴ፤
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
4 Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Waaqaa mulʼatetti garuu, 5 inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii araara isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise;
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.