Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiitoo 3:4-7

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

4 Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Allaaha mulʼatetti garuu, 5 inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii araara isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise; 6 hafuurri kunis isa Allaahan karaa Fayyisaa keenya Iisaa Al-Masiihiin arjummaadhaan nurratti dhangalaase sana; 7 kunis akka nu ayyaana isaatiin qajeeltota taasifamnee abdii jireenya bara baraa qabaachuun dhaaltota taanuuf.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 ዮሙ ጋሩማፊ ጃለል ፈይሳኬኘ ዋቃ ሙልአቴት ገሩ፣ 5 እን ሰበቢ ቀጄሉማ ኑ ሆጄትኔቲፍ ኡቱ ህንተእን ሰበቢ አራረሳቲፍ ጄዼ ኑ ፈይሴ። እን ዽቀትና ለመተ ዸለቹቲፊ ሃሮምሱ ሀፉረ ቁልቁሉቲን ኑ ፈይሴ፤ 6 ሀፉር ኩንስ እሰ ዋቅን ከራ ፈይሳኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን አርጁማዻን ኑረት ዸንገላሴ ሰነ፤ 7 ኩንስ አከ ኑ አያነሳቲን ቀጄልቶተ ታስፈምኔ አብዲ ጅሬኘ በረ በራ ቀባቹን ዻልቶተ ታኑፍ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Waaqaa mulʼatetti garuu, 5 inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii araara isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise; 6 hafuurri kunis isa Waaqni karaa Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin arjummaadhaan nurratti dhangalaase sana; 7 kunis akka nu ayyaana isaatiin qajeeltota taasifamnee abdii jireenya bara baraa qabaachuun dhaaltota taanuuf.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Tito
Ver todos os capítulos de Tito