Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ሴና 3:1

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ሶሎሞን መነ ቁልቁሉማ እጃሩሳ

1 ሶሎሞንስ ዬሩሳሌም ኬሰት እዶ ዋቀዮ አባሳ ዳዊትት ሙልአቴት ቱሉ ሞርያረት መነ ቁልቁሉማ ዋቀዮ እጃሩ ጀልቀቤ። እዶን ኩንስ እዶ ዳዊት ኦብዲ ኦርና ነምቸ ጎሰ ዬቡስ ሰናረት ቆጴሴዸ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Solomoonis Yerusaalem keessatti iddoo Waaqayyo abbaa isaa Daawititti mulʼatetti Tulluu Mooriyaa irratti mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaaruu jalqabe. Iddoon kunis iddoo Daawit oobdii Ornaa namicha gosa Yebuus sanaa irratti qopheessee dha.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Suleyimaanis Yerusaalem keessatti iddoo Rabbii Allaahan abbaa isaa Daawuditti mulʼatetti Tulluu Mooriyaa irratti mana qulqullummaa Rabbii Allaah ijaaruu jalqabe. Iddoon kunis iddoo Daawud oobdii Ornaa namicha gosa Yebuus sanaa irratti qopheessee dha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.