Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ሴና 33:6

ONOCV New Oromo Contemporary Version

6 ሱሉለ ቤን ህኖምትስ እልማንሳ እብዳን ኣርሳ ጎዼ ዽኤሴ፤ ቶልቻፊ ፈልፈለ ሆጄቴ፣ ምልኪ እላለቴ፣ እላልቶታፊ ኤኬር ዱብስቶተ ጎርሰ ጋፈቴ። እን ፉለ ዋቀዮ ዱረት ሀምነ ጉዳ ንሆጄቴ አከሲን ዼከምሳፍ እሰ ከካሴ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    6 Sulula Ben Hinoomittis ilmaan isaa ibiddaan aarsaa godhee dhiʼeesse; tolchaa fi falfala hojjetee, milkii ilaallatee, ilaaltotaa fi eker dubbistoota gorsa gaafate. Inni fuula Waaqayyoo duratti hammina guddaa ni hojjetee akkasiin dheekkamsaaf isa kakaase.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    6 Sulula Ben Hinoomittis ilmaan isaa ibiddaan aarsaa godhee dhiʼeesse; tolchaa fi falfala hojjetee, milkii ilaallatee, ilaaltotaa fi eker dubbistoota gorsa gaafate. Inni fuula Rabbii Allaah duratti hammina guddaa ni hojjetee akkasiin dheekkamsaaf isa kakaase.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.