Pular para o conteúdo
Publicidade

ሉቃስ 15:17,18

ONOCV New Oromo Contemporary Version

17 "እንስ ዮሙ ኦፍ ቤኬት አከነ ጄዼ፤ ‘ተጃጅልቶትን መነ አባኮት ቀጨረመን ሀመምቱ ቡዴነ ገኤ እራ ሀፉ ቀበ! አን ገሩ አስት ቤላን ነንዱአ። 18 አን ከኤን አባኮት ዴብኤ አከነ ጄዻን፤ "ያ አባኮ፣ አን ሰሚፊ ስት ጩቡ ሆጄዼረ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    17 "Innis yommuu of beeketti akkana jedhe; ‘Tajaajiltoonni mana abbaa kootti qacaraman hammamitu buddeena gaʼee irraa hafu qaba! Ani garuu asitti beelaan nan duʼa. 18 Ani kaʼeen abbaa kootti deebiʼee akkana jedhaan; "Yaa abbaa ko, ani samii fi sitti cubbuu hojjedheera.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    17 "Innis yommuu of beeketti akkana jedhe; ‘Tajaajiltoonni mana abbaa kootti qacaraman hammamitu buddeena gaʼee irraa hafu qaba! Ani garuu asitti beelaan nan duʼa. 18 Ani kaʼeen abbaa kootti deebiʼee akkana jedhaan; "Yaa abbaa ko, ani shamaayʼunii fi sitti cubbuu hojjedheera.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.