17 "Innis yommuu of beeketti akkana jedhe; ‘Tajaajiltoonni mana abbaa kootti qacaraman hammamitu buddeena gaʼee irraa hafu qaba! Ani garuu asitti beelaan nan duʼa. 18 Ani kaʼeen abbaa kootti deebiʼee akkana jedhaan; "Yaa abbaa ko, ani shamaayʼunii fi sitti cubbuu hojjedheera.
Publicidade