20 እንስ እት ፉፌ አከነ ጄዼ፦ "ወን ነመ ‘ጡሬሱ’ ዋን ነመ ኬሳ በኡዸ። 21 ያድን ሀማን ኬሰ ነማቲ፣ ገራ ነማ ኬሳ በኣቲ፤ እንስ ሀለሉማ፣ ሀትነ፣ ነመ አጄሱ፣ ኤጀ፣ 22 ዶቅኑማ፣ ሀምነ፣ ጎዎምሳ፣ ጅሬኘ ገድ ዺሲ፣ ህናፋ፣ መቃ ነማ በሌሱ፣ ኦፍ ቱሉማፊ ጎዉማ። 23 ወንቶትን ሀሞን ኩኔን ሁንድኑ ነመ ኬሳ በኡ፤ ነመስ ‘ንጡሬሱ’።"
7፥24-30 ኩወፈ – ማቴ 15፥21-28

20 Innis itti fufee akkana jedhe: "Wanni nama ‘xureessu’ waan nama keessaa baʼuu dha. 21 Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis halalummaa, hanna, nama ajjeesuu, ejja, 22 doqnummaa, hammina, gowwoomsaa, jireenya gad dhiisii, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu, of tuulummaa fi gowwummaa. 23 Wantoonni hamoon kunneen hundinuu nama keessaa baʼu; namas ‘ni xureessu.’ "

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.