Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 7:20-23

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

20 Innis itti fufee akkana jedhe: "Wanni nama ‘xureessu’ waan nama keessaa baʼuu dha. 21 Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis halalummaa, hanna, nama ajjeesuu, ejja, 22 doqnummaa, hammina, gowwoomsaa, jireenya gad dhiisii, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu, of tuulummaa fi gowwummaa. 23 Wantoonni hamoon kunneen hundinuu nama keessaa baʼu; namas ‘ni xureessu.’ "

7:24-30 kwf – Mat 15:21-28

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    20 እንስ እት ፉፌ አከነ ጄዼ፦ "ወን ነመ ‘ጡሬሱ’ ዋን ነመ ኬሳ በኡዸ። 21 ያድን ሀማን ኬሰ ነማቲ፣ ገራ ነማ ኬሳ በኣቲ፤ እንስ ሀለሉማ፣ ሀትነ፣ ነመ አጄሱ፣ ኤጀ፣ 22 ዶቅኑማ፣ ሀምነ፣ ጎዎምሳ፣ ጅሬኘ ገድ ዺሲ፣ ህናፋ፣ መቃ ነማ በሌሱ፣ ኦፍ ቱሉማፊ ጎዉማ። 23 ወንቶትን ሀሞን ኩኔን ሁንድኑ ነመ ኬሳ በኡ፤ ነመስ ‘ንጡሬሱ’።"

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    20 Innis itti fufee akkana jedhe: "Wanni nama ‘xureessu’ waan nama keessaa baʼuu dha. 21 Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis halalummaa, hanna, nama ajjeesuu, ejja, 22 doqnummaa, hammina, gowwoomsaa, jireenya gad dhiisii, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu, of tuulummaa fi gowwummaa. 23 Wantoonni hamoon kunneen hundinuu nama keessaa baʼu; namas ‘ni xureessu.’ "

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.