Pular para o conteúdo
Publicidade

ለኮብሰ 6:22-27

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ኤበ ሉቦታ

22 ዋቀዮ ሙሴዻን አከነ ጄዼ፤ 23 "አሮኒፊ እልማንሳት አከነ ጄዺ ህም፤ ‘አክ እስን እት እስራኤሎተ ኤብፍተን ከናዸ። አከነ ጄዻኒ፦

24 " ‘ "ዋቀዮ ስ ሃኤብሱ፤

ስ ሃኤጉስ፤

25 ዋቀዮ ፉለሳ ሲፍ ሃእብሱ፤

ገራ ሲፍ ሃላፉ።

26 ዋቀዮ ፉለሳ ገረኬት ሃዴብሱ፤

ነጋስ ሲፍ ሃኬኑ።" ’

27 "አከስት እሳን መቃኮ ሰበ እስራኤልራ ካኡ፤ አንስ እሳን ነንኤብሰ።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    22 Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe; 23 "Aroonii fi ilmaan isaatti akkana jedhii himi; ‘Akki isin itti Israaʼeloota eebbiftan kanaa dha. Akkana jedhaanii:

    24 " ‘ "Waaqayyo si haa eebbisu;

    si haa eegus;

    25 Waaqayyo fuula isaa siif haa ibsu;

    garaa siif haa laafu.

    26 Waaqayyo fuula isaa gara keetti haa deebisu;

    nagaas siif haa kennu." ’

    27 "Akkasitti isaan maqaa koo saba Israaʼel irra kaaʼu; anis isaan nan eebbisa."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    22 Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; 23 "Haaruunii fi ilmaan isaatti akkana jedhii himi; ‘Akki isin itti Israaʼeloota eebbiftan kanaa dha. Akkana jedhaanii:

    24 " ‘ "Rabbii Allaahan si haa eebbisu;

    si haa eegus;

    25 Rabbii Allaahan fuula isaa siif haa ibsu;

    garaa siif haa laafu.

    26 Rabbii Allaahan fuula isaa gara keetti haa deebisu;

    nagaas siif haa kennu." ’

    27 "Akkasitti isaan maqaa koo saba Israaʼel irra kaaʼu; anis isaan nan eebbisa."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.