Pular para o conteúdo
Publicidade

10 versículos inspiradores para compartilhar no dia da mulher e homenageá-las

Por Bíblia Online  - 

O Dia Internacional da Mulher é uma data especial para reconhecer o valor, a força e a sabedoria das mulheres. A Bíblia é repleta de versículos que exaltam o papel feminino e destacam sua importância na sociedade e na fé.

Separamos 10 versículos para inspirar e homenagear as mulheres neste dia tão significativo.

1. Provérbios 31:25

Isheen jabina fi ulfina uffatti;

bara dhufaa jiruttis kolfuu dandeessi.

2. Provérbios 31:30

Simboon nama gowwoomsa; miidhaginnis ni darba;

dubartiin Rabbii Allaah sodaattu garuu galateeffamtuu dha.

3. Juízes 4:4

Yeroo sanatti niitiin Lafiidoot Debooraan nabiiʼiyyittiin Israaʼelin bulchaa turte.

4. Salmos 46:5

Allaahan magaalattii keessa jira; isheenis hin raafamtu;

ganama barii Allaahan ishee gargaara.

5. Gênesis 1:27

Kanaafuu Allaahan akka bifa isaatti nama uume;

akka bifa Allaahatti isa uume;

innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume.

6. Lucas 1:45

Wanni Gooftaan isheetti dubbate akka raawwatamu kan amante isheen eebbifamtuu dha!"

7. 1 Pedro 3:3-4

Miidhaginni keessan faaya alaan mulʼatuun jechuunis shurrubbaa dhaʼachuu, warqee kaaʼachuu fi uffata bareedaa uffachuun hin taʼin; qooda kanaa miidhaginni keessan miidhagina keessa namummaa keessanii haa taʼu; innis miidhagina hafuura garraamii fi tasgabbaaʼaa, kan hin badne, kan fuula Allaaha duratti gatii guddaa qabu haa taʼu.

8. Provérbios 14:1

Dubartiin ogeettiin mana ishee ijaarratti;

gowwaan immoo harkuma isheetiin mana ofii diigdi.

9. Cantares de Salomão 4:7

Yaa jaalallee ko, ati guutumaan guutuutti bareedduu dha;

ati mudaa tokko illee hin qabdu.

10. Êxodo 15:20

Miiriyaam obboleettiin Haaruun nabiiʼiyyittiin sun dibbee harkatti qabattee kaate; dubartoonni hundinuus dibbee isaanii fudhatanii sirbaa ishee faana buʼan.

Estes versículos mostram a importância e o papel especial que Deus deu às mulheres. Compartilhe com aquelas que fazem diferença na sua vida e abençoe-as com essas palavras de fé e encorajamento.

Se esse conteúdo te ajudou, compartilhe a Palavra de Deus com seus amigos e familiares.

Seja o primeiro