Cura
A cura é promessa e poder de Deus. Jesus curou toda enfermidade e todo mal. As Escrituras declaram que pelas suas pisaduras fomos sarados — cura do corpo, da alma e do espírito.
Pelas suas pisaduras
Ele foi ferido pelas nossas transgressões e moído pelas nossas iniquidades. Pelas suas pisaduras fomos sarados.
Inni garuu sababii yakka keenyaatiif waraaname;
balleessaa keenyaafis caccabsame;
nu adabamuu isaatiin nagaa arganne;
madaaʼuu isaatiin immoo fayyine.
Inni garuu sababii yakka keenyaatiif waraaname;
balleessaa keenyaafis caccabsame;
nu adabamuu isaatiin nagaa arganne;
madaaʼuu isaatiin immoo fayyine.
Dhugumaan inni dhukkuba keenya fudhate;
gadda keenyas baate;
nu garuu akka waan Allaahan isa dhaʼeetti,
akka waan inni rukutee isa miidheetti isa hedne.
Inni garuu sababii yakka keenyaatiif waraaname;
balleessaa keenyaafis caccabsame;
nu adabamuu isaatiin nagaa arganne;
madaaʼuu isaatiin immoo fayyine.
Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya fannoo irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu.
Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya fannoo irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu.
Jesus, o curador
Jesus percorreu cidades e aldeias curando toda doença. Ele deu autoridade aos discípulos para curar enfermos.
Iisaan manneen sagadaa isaanii keessatti barsiisaa, injiila mootummaa lallabaa, akkasumas dhibee fi dhukkuba hunda irraa namoota fayyisaa magaalaawwanii fi gandoota hunda keessa deeme.
Dhukkubsattoota fayyisaa; warra duʼan kaasaa; warra lamxaaʼan qulqulleessaa; hafuurota hamoo baasaa. Tola waan argattaniif toluma kennaa.
Dhukkubsattoota fayyisaa; warra duʼan kaasaa; warra lamxaaʼan qulqulleessaa; hafuurota hamoo baasaa. Tola waan argattaniif toluma kennaa.
Iisaan barattoota isaa kudha lamaan ofitti waamee akka isaan hafuurota xuraaʼoo baasaniif, dhibee fi dhukkuba hundumaa akka fayyisaniif taayitaa kenneef.
Iisaan immoo waan kana dhageenyaan akkana jedhe; "Ogeessi fayyaa warra dhukkubsataniif malee warra fayyaa qabaniif hin barbaachisu.
Iisaan manneen sagadaa isaanii keessatti barsiisaa, injiila mootummaa lallabaa, dhibee fi dhukkuba saba keessa jiru hunda fayyisaa Galiilaa guutuu keessa deeme.
Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaatii, ‘Mootummaan Allaaha isinitti dhiʼaateera’ jedhaa isaanitti himaa.
"Hafuurri Gooftaa narra jira;
akka ani hiyyeeyyiitti oduu gaarii lallabuuf, inni na dibeeraatii.
Inni akka ani akka warri hidhaman hiikaman,
akka warri jaaman argan,
akka warri cunqurfamanis bilisa baʼan lallabuuf na ergeera;
Innis yommuu isaan argetti, "Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa!" jedheen; isaanis utuma deemaa jiranuu qulqullaaʼan.
Iisaan guyyaa Sanbataa tokko manneen sagadaa keessaa isa tokkotti barsiisaa ture. Dubartiin hafuurri hamaan waggaa kudha saddeeti dugda ishee goophesse tokkos achi turte; isheenis waan gad gogdeef gonkumaa ol jechuu hin dandeessu turte. Iisaanis yommuu ishee argetti ofitti ishee waamee, "Dubartii nana, ati dhukkuba kee irraa fayyiteerta" jedheen, Innis harka isaa ishee irra kaaʼe; isheenis yeruma sana ol jettee Allaah galateeffatte.
Bulchaan mana sagadaas sababii Iisaan guyyaa Sanbataatiin nama fayyiseef aaree namootaan, "Guyyaan hojii jaʼatu jira; guyyoota sana kottaatii fayyifamaa malee guyyaa Sanbataa hin dhufinaa" jedhe.
Gooftaan immoo akkana jedhee deebiseef; "Yaa fakkeessitoota! Isin keessaa namni guyyaa Sanbataa qotiyyoo isaa yookaan harree isaa dallaa keessaa hiikee bishaan obaasuu hin geessine jiraa? Yoos dubartiin kun intalli Ibraahim kan sheeyxaanni waggaa kudha saddeeti guutuu hidhee ture kun guyyaa Sanbataatiin hidhaa kana irraa hiikamuun isheef hin maluu?"
Yommuu inni waan kana dubbatetti mormitoonni isaa hundi ni qaanaʼan; namoonni garuu hojjiiwwan dinqii kanneen inni hojjechaa ture hundatti ni gammadan.
Iisaan garuu yommuu dhagaʼetti Yaaʼiiroosiin, "Amani malee hin sodaatin; isheen ni fayyitii" jedhe.
Innis, "Yaa intalaa, amantiin kee si fayyiseera. Nagaan deemi; dhiphina kee irraas fayyi" jedheen.
Iisaanis, " ‘Yoo dandeesse’ jettaa? Nama amanuuf wanni hundi ni dandaʼama" jedheen.
Iisaanis, "Amantiin kee si fayyiseeraa deemi" jedheen. Innis yeruma sana argee karaa irra buʼee Iisaa duukaa buʼe.
Mallattoon kunis warra amanan irraa mulʼata; isaan maqaa kootiin hafuurota hamoo baasu; afaan haaraadhaan dubbatu; harka isaaniitiin bofa ni qabu; yoo summii nama ajjeesu dhugan isaan hin miidhu; harka isaanii namoota dhukkubsatan irra ni kaaʼu; namoonnis ni fayyu."
Phexrosis, "Yaa Eeniyaa, Iisaa Al-Masiihii si fayyisa; kaʼiitii siree kee afadhu" jedheen. Eeniyaanis yommusuma kaʼe.
Eu sou o Senhor que te sara
Eu sou o Senhor que te sara. Ele perdoa todas as iniquidades e sara todas as enfermidades — com bondade e misericórdia.
Innis akkana jedhe; "Ati yoo sagalee Rabbii Allaah keetii garaa tokkoon dhageesse, yoo waan fuula isaa duratti qajeelaa taʼe hojjette, yoo ajaja isaa qalbeeffattee fi yoo seera isaa hunda eegde, ani dhukkuba warra Gibxitti fide sana keessaa tokko iyyuu sitti hin fidu; ani Rabbii Allaah si fayyisuudhaatii."

Rabbii Allaah kee waaqeffadhu; innis midhaan keetii fi bishaan kee ni eebbisa. Dhukkubas isin gidduudhaa nan balleessa;
Inni cubbuu kee hundumaa siif dhiisa;
dhukkuba kee hundumaa ni fayyisa;
Inni cubbuu kee hundumaa siif dhiisa;
dhukkuba kee hundumaa ni fayyisa;
Warra garaan cabe ni fayyisa;
madaa isaaniis walitti hodha.
Warra garaan cabe ni fayyisa;
madaa isaaniis walitti hodha.
Inni dubbii isaa ergee isaan fayyise;
qabrii keessaas isaan baase.
Inni dubbii isaa ergee isaan fayyise;
qabrii keessaas isaan baase.
Yaa Rabbii Allaah ko,
ani gargaarsaaf sin waammadhe; atis na fayyifte.
Rabbii Allaahan jaamotaaf agartuu ni kenna;
Rabbii Allaahan warra gad deebiʼan ol qaba;
Rabbii Allaahan qajeeltota ni jaallata.
Rabbii Allaahan siree inni dhukkubsatee irra ciisu irratti isa kunuunsa;
fayyisees siree dhukkubaa irraa isa ni kaasa.
Rakkinni nama qajeelaa baayʼee dha;
Rabbii Allaahan garuu hunda isaa jalaa isa baasa;
Cura e restauração
Eu te restaurarei e sararei as tuas feridas, diz o Senhor. A oração da fé salvará o enfermo e o Senhor o levantará.
Ani garuu fayyaa kee siifin deebisa;
madaa kees siif nan fayyisa’ jedha Rabbii Allaahan.
‘Ati Xiyoon gatamtuu
kan namni tokko iyyuu dhimma ishee hin qabne jedhamteertaatii.’
" ‘Taʼus ani isaan nan fayyisa; nan bayyanachiisas; ani saba koo nan fayyisa; akka isaan nagaa fi tasgabbii guddaan jiraatan nan godha.
Rabbii Allaah na fayyisi; anis nan fayyaa;
na oolchi, anis nan oolfama;
kan ani jajadhu sumaatii.
Isin keessaa namni dhukkubsatu jiraa? Inni jaarsolii waldaa kiristaanaa haa waamsifatu; isaanis maqaa Gooftaatiin zayitii isa dibanii haa duʼaa godhaniif. Duʼaan amantiin godhamu nama dhukkubsatu ni fayyisa; Gooftaanis isa ni kaasa. Yoo inni cubbuu hojjetee jiraates ni dhiifamaaf.

Isin keessaa namni dhukkubsatu jiraa? Inni jaarsolii waldaa kiristaanaa haa waamsifatu; isaanis maqaa Gooftaatiin zayitii isa dibanii haa duʼaa godhaniif. Duʼaan amantiin godhamu nama dhukkubsatu ni fayyisa; Gooftaanis isa ni kaasa. Yoo inni cubbuu hojjetee jiraates ni dhiifamaaf. Kanaafuu akka fayyitaniif cubbuu keessan walitti himadhaatii duʼaa walii godhaa. Duʼaan nama qajeelaa humna qaba; waan guddaas ni hojjeta.
Kanaafuu akka fayyitaniif cubbuu keessan walitti himadhaatii duʼaa walii godhaa. Duʼaan nama qajeelaa humna qaba; waan guddaas ni hojjeta.
akka ani mulʼata akka malee guddaa kanaan of hin tuulleef qoraattiin foon koo waraanu tokko, malaʼikkaan sheeyxaanaa akka na dhiphisuuf naa kenname. Wanni kun akka narraa fagaatuuf siʼa sadii Gooftaa nan kadhadhe. Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Al-Masiihii akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.
yoo sabni koo kan maqaa kootiin waamamu gad of qabee na duratti duʼaa godhate, yoo inni fuula koo barbaadee karaa isaa hamaa sana irraa deebiʼe, ani shamaayʼun irraa dhagaʼee cubbuu isaa dhiiseefii biyya isaa nan fayyisa.
"Deebiʼii dhaqiitii akkana jedhii Hisqiyaas hoogganaa saba kootiitti himi; ‘Rabbii Allaahan abbaa kee Daawud akkana jedha: Ani duʼaa kee dhagaʼeera; imimmaan kees argeera; ani sin fayyisa. Ati ammaa jalqabdee guyyaa sadaffaatti gara mana qulqullummaa Rabbii Allaahatti ol baata.

Promessas e esperança
O Senhor dá forças aos cansados. O sol da justiça se levantará com salvação nas suas asas.
Inni dadhabdootaaf jabina kenna;
nama laafaaf immoo humna dabala.
Isin warra maqaa koo kabajjaniif garuu Aduun qajeelummaa qoochoo isaa jalatti fayyina qabatee ni baʼa. Isinis baatanii akkuma jabbii golaa gad dhiifamteetti burraaqxu.
Isin warra maqaa koo kabajjaniif garuu Aduun qajeelummaa qoochoo isaa jalatti fayyina qabatee ni baʼa. Isinis baatanii akkuma jabbii golaa gad dhiifamteetti burraaqxu.
Garaan gammadu qoricha gaarii dha;
hafuurri cabe immoo lafee gogsa.
Naafti akka fayyuuf malee akka karaa irraa hin jalʼanneef, "Miilla keessaniif daandii qajeelaa baafadhaa."