Mente
A mente é campo de batalha espiritual. A Bíblia nos chama a renovar o entendimento, pensar com sabedoria e buscar a mente de Cristo em todas as áreas da vida.
Amar a Deus com a mente
O maior mandamento inclui amar a Deus com toda a mente. A vida intelectual deve ser consagrada ao Senhor.
Iisaanis akkana jedheen; "Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu.
Waan ol gubbaa yaadaa malee waan lafa irraa hin yaadinaa.
Egaa isin akkamitti akka jiraattan jabeessaa of eeggadhaa! Akka ogeeyyiitti jiraadhaa malee akka warra ogeeyyii hin taʼiniitti hin jiraatinaa; waan guyyoonni kunneen hamoo taʼaniif baricha furaa.
Ani ayyaana naa kennameen tokkoo tokkoo keessan nan gorsaatii: Akka madaalii amantii kan Allaahan isinii kenne sanaatti qalbeeffannaadhaan waaʼee ofii keessanii yaadaa malee hamma yaaduu qabdanii olitti hin yaadinaa.
Sabedoria e discernimento
A sabedoria é melhor que rubis. Quem a encontra, encontra a vida. A mente sábia discerne, planeja e previne erros.
Namni ogummaa argatu
kan hubannaas argatu eebbifamaa dha;
Namni qalbii qabu ofii isaa jaallata;
namni hubannaa jaallatu ni milkaaʼa.
Akkuma sibiilli sibiila qaru,
namni tokko nama kaan qara.
Gowwaan adabbii abbaa isaa tuffata;
namni sirreeffama fudhatu kam iyyuu garuu qalbii qabeessa.
Gowwaan iyyuu yommuu calʼisu ogeessa fakkaata;
yommuu arraba isaa toʼatus hubataa fakkaata.
Namni hubataan balaa argee jalaa dhokata;
wallaalaan immoo ittuma deemee adabama.
Construir sobre a rocha
Quem ouve as palavras de Jesus e as pratica é como o sábio que edificou sobre a rocha firme e inabalável.
Ijaartota Ogeeyyii fi Gowwoota
"Kanaafuu namni dubbii koo kana dhagaʼee hojiidhaan argisiisu hundi, nama ogeessa mana isaa kattaa irratti ijaarrate fakkaata.
Ogummaa Gosa Lamaa
Isin keessaa ogeessii fi hubataan eenyu? Kanas inni jireenya isaa gaariidhaan, hojii ogummaa kan gad of qabuudhaan hojjetamuun haa argisiisu.
Ani yeroon isin bira turetti Iisaa Al-Masiihii isa fannifame sana malee akka waan tokko illee hin beekne murteesseen tureetii.
Amalli Allaaha kan hin mulʼanne jechuunis humni isaa kan bara baraatii fi waaqeffamuun isaa uumama addunyaatii jalqabee wantoota uumaman irraa ifaan ifatti mulʼataatii; kanaafuu isaan waan itti qabatan hin qaban.
Ogummaa guddaa keessa gadda baayʼeetu jiraatii;
akkuma beekumsi dabalamuun gaddis dabalama.