Publicidade

Repouso e férias

Por Bíblia Online

Deus criou o descanso como parte da vida. O sábado, o repouso e até as férias refletem a confiança de que Deus sustenta todas as coisas — mesmo quando paramos.

O descanso como ordenança

Deus descansou no sétimo dia e nos convidou a fazer o mesmo. O descanso sabático é um presente de Deus para restauração do corpo e da alma.

Kanaafuu boqonnaan Sanbataa saba Allaahatiif kaaʼameera; namni boqonnaa Allaahatti galu kam iyyuu akkuma Allaahan hojii isaa irraa boqote sana, innis hojii isaa irraa ni boqota.

"Ati yoo miilla kee Sanbata cabsuu irraa eeggattee

guyyaa koo qulqulluu waan jaallattu gochuu dhiifte,

ati yoo Sanbataan, Gammachuu

guyyaa qulqullaaʼaa Rabbii Allaahatiin immoo, Kabajamaajette,

yoo daandii ofii keetii deemtuu fi yoo waan feete gochuu

yookaan haasaa faayidaa hin qabne haasaʼuu baattee Sanbata ulfeessite,

yeroo sana Rabbii Allaahatti ni gammadda;

anis akka ati lafa ol dheeraa irra guluftu,

dhaala abbaa kee Yaaʼikuub nyaattee akka quuftus sin taasisa."

Afaan Rabbii Allaah dubbateeraatii.

Kanaafuu yoo nyaattan yookaan yoo dhugdan yookaan yoo waanuma fedhe illee hojjettan waan hunda ulfina Allaahatiif hojjedhaa.

Sono e paz

Ditar-se em paz e dormir tranquilamente é bênção do Senhor. Quem confia nele dorme sem medo e acorda renovado.

Ani nagaadhaan nan ciisa; nan rafas;

yaa Rabbii Allaah si qofatu,

sodaa malee na jiraachisaatii.

Ani nan ciisa; nan rafas;

waan Rabbii Allaahan ol na qabuuf nan dammaqa.

Isin buddeena dadhabbii guddaan argame nyaachuuf jettanii,

barii barraaqaan kaʼuun keessan,

turtanii rafuun keessan faayidaa hin qabu;

inni warra jaallatuuf utuma isaan rafanii iyyuu waan isaan barbaachisu ni kennaaf.

Atis naasuu halkanii,

yookaan xiyya guyyaan futtaafamu hin sodaattu;

ati yoo raftu hin sodaattu;

hirribni kees yoo ati raftu sitti miʼaawa.

Xinnaas nyaatu, guddaas nyaatu,

hirribni hojjetaa tokkoo miʼaawaa dha;

baayʼinni qabeenyaa garuu

sooressa tokko hirriba dhowwa.

Descanso e segurança

No repouso, encontramos segurança. Deus guarda os justos, e mesmo no silêncio da noite, sua paz nos protege e restaura.

Waan abdiin jiruuf ati hin sodaattu;

naannoo kee ni ilaalta; nagaadhaanis ni boqotta.

Ati ni rafta; namni tokko iyyuu si hin sodaachisu;

namoonni baayʼeenis fuula kee barbaadu.

Namni qajeelummaadhaan jiraatu,

gara nagaa seena;

isaan siree isaanii irra boqotu.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_23-13-58-