Publicidade

Vida eterna

Por Bíblia Online

A vida eterna é a promessa central do evangelho. Não se trata apenas de duração infinita, mas de qualidade de vida em comunhão com Deus, começando aqui e se estendendo pela eternidade.

O dom gratuito da vida eterna

A vida eterna é um presente de Deus, não resultado de obras humanas. É dada gratuitamente a quem crê em Jesus Cristo.

Kan isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Allaahan hamma Ilma isaa tokkicha kennutti addunyaa jaallateeraatii.

Kan isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Allaahan hamma Ilma isaa tokkicha kennutti addunyaa jaallateeraatii.

Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Allaaha garuu karaa Gooftaa keenya Al-Masiihii Iisaatiin jireenya bara baraa ti.

Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Allaaha garuu karaa Gooftaa keenya Al-Masiihii Iisaatiin jireenya bara baraa ti.

Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Allaaha garuu karaa Gooftaa keenya Al-Masiihii Iisaatiin jireenya bara baraa ti.

Jireenyi bara baraas kana: innis akka isaan siʼi Allaah dhugaa tokkichaa fi Iisaa Al-Masiihii isa ati ergite sana beekaniif.

Jireenyi bara baraas kana: innis akka isaan siʼi Allaah dhugaa tokkichaa fi Iisaa Al-Masiihii isa ati ergite sana beekaniif.

Dhuga baʼumsi sunis isa kana: Allaahan jireenya bara baraa nuu kenneera; jireenyi sunis Ilma isaa keessa jira.

Wanni inni waadaa nuu gale kanaa dha; kunis jireenya bara baraa ti.

Taʼus sababuma kanaaf Iisaa Al-Masiihiin akka ani warra jireenya bara baraa argachuuf isatti amananiif fakkeenya taʼuuf ana nama cubbamoota hunda caalaa cubbamaa taʼeen obsa isaa kan dhuma hin qabne sana mulʼisuuf jedhee naa araarame.

A certeza para quem crê

Quem está em Cristo tem a certeza de que passou da morte para a vida. Nada pode arrebatar o crente da mão de Deus.

"Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; namni dubbii koo dhagaʼu, isa na ergettis kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba; murtiittis hin dhiʼaatu; inni duʼa jalaa gara jireenyaatti darbeera. Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; yeroon warri duʼan itti sagalee Ilma Allaaha dhagaʼan tokko ni dhufa; ammuma iyyuu dhufeera; warri dhagaʼanis ni jiraatu.

Namni Ilmatti amanu jireenya bara baraa qaba; namni Ilmaaf hin ajajamne garuu dheekkamsa Allaahatu isa irra jiraata malee jireenya hin argu."

Namni Ilmatti amanu jireenya bara baraa qaba; namni Ilmaaf hin ajajamne garuu dheekkamsa Allaahatu isa irra jiraata malee jireenya hin argu."

Fedhiin isa na ergees akka ani warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti duʼaa kaasuuf malee akka ani isaan keessaa tokko illee balleessuuf miti. Fedhiin Abbaa kootiis akka namni Ilma ilaalee isatti amanu hundi jireenya bara baraa qabaatuuf; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa."

Ani dhuguman isinitti hima; kan amanu jireenya bara baraa qaba.

Hoolonni koo sagalee koo ni dhagaʼu; anis isaan beeka; isaanis na faana buʼu. Anis jireenya bara baraa nan kennaaf; isaanis gonkumaa hin badan. Eenyu iyyuu harka koo keessaa isaan hin butatu.

Anis jireenya bara baraa nan kennaaf; isaanis gonkumaa hin badan. Eenyu iyyuu harka koo keessaa isaan hin butatu. Abbaan koo kan natti isaan kenne sun hunduma caala; namni tokko iyyuu harka Abbaa kootii keessaa isaan butachuu hin dandaʼu. Anii fi Abbaan tokkuma."

Dhuga baʼumsi sunis isa kana: Allaahan jireenya bara baraa nuu kenneera; jireenyi sunis Ilma isaa keessa jira. Namni Ilma sana qabu jireenya qaba; namni Ilma Allaaha hin qabne immoo jireenya hin qabu.

Dhaamsa Xumuraa

Isin warri maqaa Ilma Allaahatti amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniif ani waan kana isinii barreessa.

Dhaamsa Xumuraa

Isin warri maqaa Ilma Allaahatti amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniif ani waan kana isinii barreessa.

O caminho para a eternidade

Jesus é o caminho para a vida eterna. Crer nele, segui-lo e perseverar na fé são os passos que nos conduzem à eternidade com Deus.

garuu namni bishaan ani isaaf kennu dhugu kam iyyuu gonkumaa hin dheebotu. Bishaan ani isaaf kennu isa keessatti burqaa bishaanii isa jireenya bara baraatiif burqu ni taʼa."

Nyaata jireenya bara baraatiif taʼu kan Ilmi Namaa isinii kennuuf dadhabaa malee nyaata baduuf hin dadhabinaa. Allaahan Abbaan chaappaa isaa kan mirkaneessu Ilma irratti rukuteeraatii."

Isaanis, "Nu akka hojii Allaaha hojjennuuf maal gochuu qabna?" jedhanii isa gaafatan.

Iisaanis, "Isa inni ergetti amanuun keessan kun hojii Allaaha ti" jedhee deebiseef.

Simoon Phexrosis akkana jedhee deebise; "Yaa Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati dubbii jireenya bara baraa qabdaa.

Karra Dhiphaa fi Karra Balʼaa

"Karra dhiphaadhaan seenaa. Karaan badiisatti geessu balʼaadhaatii; karri isaas balʼaa dha; namoonni ittiin seenanis baayʼee dha. Garuu karri isaa dhiphaa dha; karaan jireenyatti nama geessu qalʼaa dha; warri isa argatanis muraasa.

Karra Dhiphaa fi Karra Balʼaa

"Karra dhiphaadhaan seenaa. Karaan badiisatti geessu balʼaadhaatii; karri isaas balʼaa dha; namoonni ittiin seenanis baayʼee dha. Garuu karri isaa dhiphaa dha; karaan jireenyatti nama geessu qalʼaa dha; warri isa argatanis muraasa.

Namni lubbuu isaa oolfatu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; garuu namni naaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu lubbuu isaa ni argata.

"Isaan kunneen adabbii bara baraatti, qajeeltonni immoo jireenya bara baraatti galu."

Iisaanis deebisee akkana jedheen; "Ani dhuguma isinitti nan hima; namni anaa fi injiilaaf jedhee mana yookaan obboloota yookaan obboleettota yookaan haadha yookaan abbaa yookaan ijoollee yookaan lafa qotiisaa dhiise kam iyyuu, kan bara ammaa kana keessa ariʼatama wajjin manneen, obboloota, obboleettota, haadhota, ijoollee fi lafa qotiisaa dachaa dhibba hin arganne, kan bara dhufuttis jireenya bara baraa hin dhaalle tokko iyyuu hin jiru.

Fakkeenya Namicha Samaariyaa Tokkoo

Gaaf tokko, hayyuun seeraa tokko Iisaa qoruuf jedhee kaʼee dhaabate. Innis, "Yaa Barsiisaa, ani jireenya bara baraa dhaaluudhaaf maal gochuun qaba?" jedhee gaafate.

Iisaanis deebisee, "Seera keessatti maaltu barreeffame? Atis akkamitti dubbifta?" jedheen.

Namichis, " Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu; ollaa kees akkuma ofii keetiitti jaalladhu" jedhee deebise.

Iisaanis, "Sirriitti deebifteerta; atis kanuma godhi ni jiraattaa" jedheen.

Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara baraa kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.

Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara baraa kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.

Perseverança e glória futura

A vida eterna exige perseverança. Os sofrimentos presentes não se comparam com a glória que será revelada. Deus nos guardará até o fim.

Inni warra obsaan waan gaarii hojjechaa kabaja, ulfinaa fi jireenya hin dabarre barbaadaniif jireenya bara baraa ni kenna.

kunis akkuma cubbuun karaa duʼaatiin moʼe sana ayyaannis karaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiitiin akka jireenya bara baraa fiduuf karaa qajeelinaatiin akka moʼuuf.

Ulfina Fuul duraa

Dhiphinni keenya kan ammaa kun ulfina nutti mulʼachuuf jiruun yommuu wal bira qabamu akka waan tokkottuu hin lakkaaʼamne ani nan yaada.

Dhiphinni keenya inni salphaanii fi yeroodhaaf turu kun ulfina bara baraa kan waan hunda caalu nuuf fida.

Kanaafuu nu waan hin mulʼanne ilaalla malee waan mulʼatu hin ilaallu. Wanti mulʼatu waan yeroo ti; wanti hin mulʼanne garuu waan bara baraatii.

Hin gowwoominaa; Allaahatti qoosuun hin dandaʼamu. Namni waanuma facaafate haammataatii. Namni foonitti facaasu foon irraa badiisa galfata; namni Hafuuratti facaasu immoo Hafuura irraa jireenya bara baraa haammata.

Namni foonitti facaasu foon irraa badiisa galfata; namni Hafuuratti facaasu immoo Hafuura irraa jireenya bara baraa haammata.

Kanaaf inni yeroo hundumaa waan isaaniif duʼaa gochuuf jiraatuuf warra karaa isaatiin gara Allaaha dhufan guutumaan guutuutti fayyisuu ni dandaʼa.

Allaahan ayyaana hundaa karaa Al-Masiihiin gara ulfina isaa kan bara baraatti isin waame sun erga isin yeroo gabaabaaf dhiphattanii booddee inni mataan isaa guutuu isin taasisa; isin dhaaba; isin jabeessas.

Isin garuu yaa michoota, amantii keessan kan waan hunda irra qulqulluu taʼe sana irratti of ijaaraa; Hafuura Qulqulluudhaanis duʼaa godhaa. Araarri Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihi jireenya bara baraatti akka isin geessu eeggachaa jaalala Allaahatiin of eegaa.

A eternidade com Deus

A Bíblia descreve a plenitude da vida eterna: sem dor, sem lágrimas, em perfeita comunhão com Deus para sempre.

Sagalee guddaa teessoo keessaa akkana jedhu tokkos nan dhagaʼe; "Kunoo, iddoon Allaahan jiraatu namoota gidduu dha; innis isaan wajjin jiraata. Isaan saba isaa ni taʼu; Allaahan mataan isaas isaan wajjin ni jiraata; Allaah isaaniis ni taʼa. Inni imimmaan hunda ija isaanii irraa ni haqa. Siʼachi duuti yookaan gaddi yookaan booʼichi yookaan dhiphinni hin jiraatu; sirni moofaan sun darbeeraatii."

Allaahan Gooftaan Waan Hunda Dandaʼu, "Ani Alfaa fi Omeegaa dha; isa jiru, isa turee fi isa dhufuuf jiruu dha" jedha.

Warri biyyoo lafaa jala ciciisan baayʼeen ni kaʼu: Gariin jireenya bara baraatiif, kaan immoo qaanii fi salphina bara baraatiif kaʼu. Ogeeyyiin akkuma ifa shamaayʼuniiwwaniitti calaqqisu; warri nama baayʼee gara qajeelummaatti fidanis akkuma urjiitti bara baraa hamma bara baraatti ni ifu.

Rabbii Allaahan murtii qajeelaa jaallataatii;

warra isaaf amanamanis hin gatu.

Isaanis bara baraan ni eegamu;

sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.

Yaa Allaah, na sakattaʼi; garaa koos beeki;

qoriitii na ilaali; yaada koos beeki.

Yoo karaan hamminaa na keessa jiraate mee ilaali;

karaa bara baraa irras na adeemsisi.

Namni na argatu kam iyyuu jireenya argata;

Rabbii Allaah biratti illee fudhatama argata.

Addunyaa fi hawwiin ishee ni badu; namni fedhii Allaaha raawwatu garuu bara baraan jiraata.

Seja o primeiro
Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-