9 Yaabez obboleeyyan ifii caalaa nama ulfinna qabu. Haati isaa, «Ani ciniinsuu jaddu’uun isa deyeera» jedhiisaan, maqaa isaa, «Yaabez» jette. 10 Yaabez, «Maganne’ee, na eebbisi; lafa badhoolle naa kenni. Harki keeti na woliin jiraatuu ti; akka isiin farra natti hin finne waan hantuu irraa na eegi» jedhee, Waaqa Israa’elii gaafate. Waaqille waan inni gaafate isaaf kenne.
Publicidade
1 Dabarsi'ii 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.