15 Isaan ji’a lammeesso’oo guyyaa kudhanii arfeesso’ootitti buruusota hoole’ee Jila Irra Dabaramaatiif qalane; hayyootii fi Lewwooti waan ifi hin woyyoonsiniif qaanowanee, ifi woyyoonsaneen duuba Galma Mootii Waan Maraa keessatti kennansa gubamu dhikeessane.
Publicidade