Pular para o conteúdo
Publicidade

Amosii Raagichaa 5

14 Isin jiru’uun akka jiraattanuuf,

waan dansaa malee waan hantuu hin barbaadina’a.

Achiin duuba akkuma isin jettanu

Mootiin Waan Maraa

Waaqi Waan Mara Dande’u

isin woliin hin jiraata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também