Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 1

7 Kunoo, inni duumensaan dhufaara,

ilti marti isa hin dhaggiti;

worri isa woraaneeyyuu hin dhagga;

kolbaan lafa irraa marti sababa isaatiin hin bowan.

Ee! Akkasuma hin teeti. Ameen.1:7 Mat. 24:30; Mar. 13:26; Luq. 21:27; 1 Tas. 4:17; Yoh. 19:34,37

Veja também