Publicidade

Apocalipse 2

21 Akka isiin cubbuu sagaagalumma’aa irraa deebituuf yennaa isi’iif kenneeraayyu; isiin ammoo deebi’uu didatte. 22 Maarre ani akka isiin dhukkuffattee taqee irra ciittu godha2:22Taqee irra ciittu godha: Taqee dhibe’eetitti isii qolaansa, worri isii gaarayyeeffatulle hujii isi’ii hantuu irraa yoo hin deebi’in, ani rakkinna guddaa itti fida.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-