Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 21

22 Waaqi Goottaan waan mara dande’uu fi Hoolichi Galma Waaqaa ka qachaa sanii waan te’aneef, qachaa san keessatti Galma Waaqaa ani hin dhaggine. 23 Ulfinni Waaqaa, qachaa saniif ifa waan kennuu fi Hoolichille ifa isaa waan te’eef, qachaa saniif aduun yookiin jiin akka issuuf hin barbaachisu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também