Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Gálatas 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–24 de 26

    1Bilisumma’aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha’aa dhaabbadha’a! Deebitaneelle waanjoo5:1Waanjoo: Qambaraa garboomaatiin hin hidhamina’a!

    8Hawadiin tun ta Waaqa gara dhuga’aa isin waamu biraa dhuttee moti.

    24Worri ka Kiristoosii te’e, halchaa hantu’uu fi fedha isaa woliin foon ifii fanniseera.

  2. 1 Crônicas 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 27–36 de 47

    27nama biyya Harorii Shaamoot, nama biyya Phelonii Helez,

    30nama biyya Netofii Maharaay, nama biyya Netofii ilma Ba’anaa Heled,

    36nama biyya Mekeraatii Hefer, nama biyya Phelonii Ahiiyaa,

  3. Jó 19

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 6–26 de 29

    6ka na farrisiisee,tiyyoo ifiitiin na marsee xaxeWaaqa akka te’e beeka’a.

    21«Ee jaalota tiyya,harki Waaqaa waan na dhoweef,naaf marara’a!Naaf marara’a!

    26Gogaan kiyya nyaatamee dhumateen duuba te’ullefoon kiyyaan jiraadheeWaaqa akka dhaggu hin addadha.

  4. Gênesis 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–28 de 32

    1Tun dabarsii sanyii Addaamii ti. Waaqi yennaa ilmaan namaa dade, akka fakkeenna ifiititti isaan dade.

    24Henok bara jiruu ifii mara Waaqa woliin le’e; Waaqi waan isa fudhateef, inni achiin duuba hin dhagganne.

    28Laamek dhalatee woggaa dhibbaa fi saddeettamii lamatti ilma uumate;

  5. João 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 18–47 de 59

    18Ani ifii kiyyaaf dhugaa baya; Abbaan na ergelle naaf dhugaa baya» isaaniin jedhe.

    40Isin ana nama dhugaa Waaqa irraa dhage’ee isinitti hime ijjeesiisaaf barbaaddan. Abrahaam waan akkanaa hin goone.

    47Ka Waaqaa ka te’e, jecha Waaqaa hin dhage’a. Te’uu malee, isin ka Waaqaa waan hin te’iniif, hin dhageettanu» jedhe.

  6. 1 Coríntios 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 1–33 de 34

    1Akkuma ani Kiristoos fakkaadhu isinille na fakkaadha’a.11:1 1 Qor. 4:16; Filp. 3:17

    24Waaqaaf galata galchee, cassee, «Kun foon kiyya, ka isiniif te’u; kana qaabbii tiyyaaf godhadha’a» jedhe.

    33Tanaaf obboleeyyan tiyya! Irbaata Gootta’aatiif yennaa wolitti qabantanu wol eega’a.

  7. Deuteronômio 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 16–23 de 26

    16Nami haadha ifii yookiin abbaa ifii salphisu, ka abaarame te’uu ti.Kolbaan marti, «Ameen» jettuu ti.

    22Nami intala abbaa ifii27:22 Intala abbaa ifii: Intala abbaan dubartii dhibii irraa uumate. yookiin intala haadha ifii27:22 Intala haadha ifii: Intala haati abbaa dhibi’iif deette. ta obboleettii isaa teetu woliin rafu ka abaarame te’uu ti.Kolbaan marti, «Ameen» jettuu ti.

    23Nami haadha sodda’aa ta ifii woliin rafu, ka abaarame te’uu ti.Kolbaan marti, «Ameen» jettuu ti.

  8. Isaías 32

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 9–15 de 20

    9Ee isin dubartoota qananumma’aan leetanu, ka’a’aatii, na caqasa’a. Isin ijoolleen durraa ta bidhaa tokko malee leetanu, waan ani jedhu dhage’a’a.

    12Fichaa laafa’aa fi fichaa woyni’ii ka midhaan buusuuf, qoma keessan dhowataa bowa’a.

    15Tunille haga Waaqi ayyaana ifii gubbaa irraa nu irratti dhangalaasutti hin teeti. Achiin duuba goomoleen fichaa laafaa hin teeti; fichaan laafaan akka gongoma’aa hin te’a.

  9. Mateus 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 3–27 de 27

    3Dedhuma Muuse’ee fi Eliyaas Yesuus woliin dubbatanuun dhaggane.

    26Pheexroos deebisee, «Nama biyya dhibi’ii irraa guuran» jedheen.Yesuus deebisee, «Nami biyya isaanii bilisa ree!

    27Te’uu malee, nuuti gufuu akka isaanitti hin teene, gara abbaaya’aa dhaqiitii malxaqqoo bisaanitti darbadhu; qurxummii qara baatu fuutee, afaan isi’ii yoo bante, beesee keessatti hin dhaggita; beesee san fuudhiitii naaf, ifille’eef kaffali!» jedheen.

  10. Êxodo 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 14–23 de 26

    14«Hin gaarayyeeffatin;

    16«Nama irratti dharaan dhugaa hin bayin;

    23isin ana malee, waaqota meeti’ii fi worqii irraa hujattanee hin waaqonfatina’a.

  11. Atos 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 13–28 de 35

    13Worri kakuu tana kakatane namoota afurtama caalan.

    26«Ana Kilaawudiiyosii Liisiiyaasii irraa, bulchaa kabajamaa Feeliksiif! Nageenni si’iif te’u.

    28Isaan maaf akka isa himataaranu beekiisaaf barbaadee, gara kora mura’aa ka isaanii isa geesse.

  12. Números 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 5–50 de 51

    5Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    11Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een,

    50Beeseen inni Israa’eloota worra angafoota te’anee dhalatane irraa fuudhe, akka sheeqelii addee woyyitti’iititti meetiin tun gara kiiloogiraama 15.5 teeti.

  13. Levítico 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 1–15 de 16

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    11Lubbuun dada maraa dhiiga keessa waan jirtuuf, gumaa lubbu’uulle ka te’u dhiiga waan te’eef, addee ciinca’aa irratti gumaa lubbuu teessanii akka te’u ani Mootiin Waan Maraa dhiiga isiniif kenneera.

    15« ‹Isin Israa’eloota keessa yookiin orma isin odduu jiru keessaa foon waan ifiin du’ee yookiin ka bineensi dhibiin qabee ijjeese nami nyaate, woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille dhiqatuu ti; garuu akka aadaa dhugeeffanna’aatitti haga galgalaa battii hin te’a; achiin duuba inni qulqulluu hin te’a.

  14. Salmos 71

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 71
    Mostrando versículos 4–18 de 24

    4Ee Waaqa, harka worra hamaaleyyi’ii,harka worra hantuu hujuutii fiharka worra gadhi-jabeeyyi’ii keessaa na baasi.

    17Ee Waaqa, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee,ati na barsiitteerta;ani haga ammaa hujii teeti ta maade’ee odeessa.

    18Hunna teeti dhaloota dhufuuf,hujii teeti ta maade’ee worra dhufu’uu jiru maraaf,haga odeessuttiani dulloomee arrii baasulle,Ee Waaqa, na hin lakkisin.

  15. Provérbios 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 7–29 de 35

    7«Ani qaro’o!» ifiin hin jedhin;Mootii Waan Maraa sodaadhu;waan hantuu irraa fagaadhu.

    21Ilma kiyya, qarumma’aa fi qalbeeffata jabeessii qabadhu;isaan ila teeti duraa hin gorin.

    29Nama si addatee si bira tee’u irrattiwaan hantuu hin yaadin.

  16. Ezequiel 28

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 4–21 de 26

    4Ati qarumma’aa fi hubantii teetiin karra horatteerta; mana meyaa keeti keessatti worqi’ii fi meetii wolitti qabatteerta.

    6«‹Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ati akka waaqaa qaroo waan ifi seeteef,

    21«Ee ilma namaa! Ati fuula keeti gara qachaa Sidoonii deebifadhuutii raaga itti raagii,

  17. Eclesiastes 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 7–11 de 14

    7biyyeen gara biyye’ee adoo hin deebi’in, hafuurrille gara Waaqa isa kennee adoo hin deebi’in ka si dade qaabadhu.

    10Inni jecha sirri’ii dhaggiisaaf qorqoree, waan dhugaa te’ee fi sirrii te’e barreesse.

    11Jechooti qaroole’ee akka sibiila mutaa qotiyyoo ittiin oofanuu ti; jechooti isaanii ka wolitti qabamane, akka mismaara lixee seenee ti; jechi kun martinuu Waaqa tokkocha nu mara tissu irraa kennamane.

  18. 2 Crônicas 30

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 30
    Mostrando versículos 7–27 de 27

    7Isin akka abbootii teessan ta duriitii fi akka gosa teessan worra Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta duriitiif hin addatannee hin te’ina’a; inni akkuma isin dhaggitanu waan hantuu nami dhaggee bararaqu isaan godhe.

    8Isin Mootii Waan Maraatiif ajajama’a malee akkuma abbootii teessanii ta durii mataa hin jabaatina’a! Gara addee woyyittii inni haga bara baraa woyyoonsee kowa’a! Aariin isaa ta bobeettu sun isin irraa akka deebitu Mootii Waan Maraa Waaqa keessan tajaajila’a!

    27Hayyootii fi Lewwooti ka’anee kolbaan akka eebbifantu daadimatane. Waaqille addee woyyittii ifii ta ol-gubba’aa irraa daadimata isaanii dhage’e.

  19. Romanos 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 7–30 de 33

    7Akkuma Kiristoos isin fudhate, isinille ulfinna Waaqaatiif wol fudhadha’a.

    29Yennaa gara keessan dhufu, eebbaa Kiristoosii guutumaa guutu’utti fidee akka dhufu ani hin beeka.

    30Obboleeyyan tiyya! Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiin, jaalala Ayyaanni Woyyichi nuu kennelle’een, na woliin itti cittanee15:30Itti cittanee: Murattanee akka naaf daadimattanu isin magannifadha.

  20. 1 Crônicas 25

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 11–27 de 31

    11ka arfeesso’oo Izriif, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

    21ka kudhanii arfeesso’oo Matiitiya’aaf, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

    27ka diddameesso’oo Eliyaata’aaf, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo