Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

200 resultados encontrados

  1. João 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 23–35 de 38

    23Barattoota keessaa tokko, ka Yesuus isa jaalatu, Yesuusitti aanee tee’eeraayyu.

    34Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha’a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha’a.

    35Isin wol yoo jaalattane, namooti marti akka isin barattoota tiyya teetane hin beekan» jedhe.

  2. Gênesis 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 22–26 de 27

    22Waaqi Abrahaam woliin dubbateen duuba isa biraa ol baye.

    24Abrahaam haqanqabaa yennaa qabatu, woggaan isaa sagaltamii sagal.

    26Abrahaamii fi ilmi isaa Ishimaa’el gaafuma tokko haqanqabaa qabatane.

  3. Lamentações 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 22–27 de 66

    22Jaalalli Waaqaa ka bara baraa waan te’eef,marartii isaa ta dhuma hin qanne irraa ta kaatenuuti badiisa dhanne.

    23Jaalallii fi marartiin isaa barii mara haareya;addatamummaan isaa guddo’o.

    27Nami bara dargaggumma’aatittiwaanjoo ba’atiisa barachuun dansa’a.

  4. Jó 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 5–10 de 16

    5Nama beese’eef jedheejaala ifii dabarsee kennuijoolleen isaa hin rakkatti.

    6«Waaqi nama nami marti fuulatti tufunama duudi’iifille ka mammaassaa na godhe.

    10«Isin marti ammoodeebi’aatii ammalle wodhaana’a.Ani odduu teessanittinama qaroo hin dhaggu.

  5. 2 Timóteo 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–22 de 22

    2Jecha Waaqaa lallabi; yennaan toltulle, toluu dhabaattulle qophow; ossa gudda’aan namoota balleessanu sirreessaa, xixaa, jajjabeessaa barsiisi.

    9Ariiti’iin akka teete te’ii koy.

    22Goottaan ayyaana keeti woliin jiraatu.Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.

  6. Romanos 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 8–10 de 14

    8Beenyaa eennuulle hin qabaatina’a; beenyaan isin qabaatuu qaddanu wol jaalatiisa qofa te’uu ti; nami nama jaalatu Seera muummesseera.

    9Ajajooti, «Hin gaarayyeeffatin; hin ijjeesin; hin hatin; hin kajeelin» jedhanuu fi ka dhibiin martinuu, ajaja, «Akka ifi jaalattu nama jaaladhu» jedhuun wolitti qabameera.

    10Nami nama jaalatu, waan hantuu isa irratti ijjumaa hin godhu; tanaaf, nama jaalachuun Seera guutu’u.

  7. Gálatas 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 7–16 de 29

    7Maarre worri dhugeeffatu maraa ilmaan Abrahaamii akka te’e hubadha’a!

    9Tanaaf worri dhugeeffatu maraa, Abrahaamii dhugeeffate woliin ka eebbifame.

    16Maarre Waaqi Abrahaamii fi sanyii isaatiif addii kenneera; Barreeffam Woyyichi, akka nama heddu’uuf dubbatamuutitti, «Sanyoota» hin jedhu, akka nama tokkoof dubbatamuutitti, «Sanyii» jedha, innille Kiristoos.

  8. Rute 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–20 de 22

    2Achiin duuba Bo’az jaarsolee qacha’aa nama kudhan fudhatee, «As tee’a’a» jedheen. Yennaa isaan tee’ane,

    19Hesrom, Raam uumate; Raam, Aminaadaab uumate,

    20Aminaadaab, Nahasoon uumate; Nahasoon, Salmoon uumate.

  9. 2 Coríntios 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 4–9 de 17

    4Gadda gudda’aan, gadhaa laalatee fi imimmaan hedduu buusee wonni isiniif barreesse, akka ani guddoo isin jaaladhu akka beettanuuf malee, isin gaddisiisiisaafii moti.

    8Maarre isa jaalatuu keessan akka mirkaneessitanu isin kadhadha.

    9Ani haga isin ilaalee, waan maraan ka ajajantanu te’iisa keessan beekiisaaf isiniif barreesse.

  10. 1 Crônicas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 16–27 de 54

    16Arwaado, Simaaroo fi Kamaato uumate.

    24Hiddi dhaloota Seemii irraa haga Abraamii ka asii gad jiru: Seem, Arfaaksaad, Shalaa,

    27Abraam, ka duuba irra «Abrahaam» jedhame.

  11. Mateus 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–10 de 25

    1Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii sanyii Abrahaamiitii fi sanyii Daawitii kana.

    4Aaram Aminaadaab uumate; Aminaadaab Nahasoon uumate; Nahasoon Salmoon uumate;

    10Hisqiyaas Minaasee uumate; Minaaseen Amos uumate; Amos Yosiyaas uumate;

  12. Gálatas 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 12–22 de 26

    12Worri isin jaanjursu sun, haqanqabaa qabatiisa callaa adoo hin te’in, adoo ifi yakkate ani hin jaaladha.

    14Seerri duudiin Jecha, «Akkuma ifi jaalattu nama jaaladhu!» jedhuun wolitti qabama5:14Wolitti qabama: Muummowa.

    22Midhaan Ayyaanaa ammoo jaalala, gammada, nageya, ossa, arjummaa, dansummaa, addatama,

  13. 1 João 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 11–18 de 24

    11Ergaan isin jalqabaa jalqaddanee dhageettane, «Wol jaalatuu qanna» ta jettu tana.

    14Nuuti obboleeyyan teenna waan jaalanuuf du’a keessaa gara jiru’uutitti akka dabarre hin beenna. Nami nama hin jaalane du’a keessatti hafa.

    18Ijoolle! Dubbi’iin yookiin afaan calla’aan adoo hin te’in, huji’ii fi dhuga’aan wol jaalannuu ti.

  14. Hebreus 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 1–25 de 25

    1Yennaa mara akka obboleeyyanii wol jaaladha’a!

    5Jaalala beese’ee irraa if qusadha’a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, «Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu» jedheera.

    25Badhaadhi Waaqaa isin mara woliin jiraatu! Ameen.

  15. Eclesiastes 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 6–17 de 20

    6Afaan keeti gara cubbu’uu si hin geessin. Ergamaa Galma Waaqaatiin, «Waadaan ani gale dokonkora» hin jedhin. Maaniif Waaqi dubbii teetitti aaree hujii harka keetii balleessa ree?

    10Nami beesee jaalatu ijjumaa beesee hin quufu; nami durummaa jaalatulle ijjumaa bu’aa hin quufu; tunille bu’aa hin qaddu.

    17Inni bara jiruu ifii mara gadda gudda’aan, dhibe’ee fi aari’iin dukkana keessa le’a.

  16. 2 Coríntios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–12 de 18

    1Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu’uu kenneef addii hin kutannu.

    9Miidhaan nu’u irra hin geya, ammoo jaalota dhannee hin beennu; dhowannee hin jinna, ammoo hin duunu.

    12Maarre nuuti yennaa maraa afaan du’aa jirra, isin ammoo afaan jiru’u jirtan.

  17. Apocalipse 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 4–29 de 29

    4«Te’uu malee, waan si ciicadhu2:4Ciicadhu: Boodhu qaba; sunilleen, jaalala duri qaddu lakkitteerta.

    25haga ani dhufutti woma qaddanu san jabeessa’aa qabadha’a.

    29«Nami gurra qabu waan Ayyaanni Waaqaa wolde’oota kiristaanaatiin jedhu dhage’uu ti!» ta jettu.

  18. 1 Coríntios 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–11 de 13

    1Marroo horii waaqota dharaatiif qalamee gaaffii na gaafattane ilaalchisee:Nuuti marti beekkumsa akka qannu hin beenna. Beekkumsi akkasii nama bondhoorsa; jaalalli ammoo hin jabeessa.

    3Nami Waaqa jaalatu ammoo Waaqaan ka beekkame te’a.

    11Maarre nami dhugeeffanna’aan hin jabaatin, obboleessa keeti ka te’e, ka Kiristoos du’eef sababa beekkumsa keetiitiin bada.

  19. 1 Pedro 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 8–11 de 19

    8Jaalalli cubbuu hedduu waan golluuf, waan duudii caalaa gadhaa tokkoon wol jaaladha’a.

    9Adoo hin gungumin keessummummaa wol fudhadha’a.

    11Nami lallabu akka Jecha Waaqaatitti lallabuu ti; ka tajaajilu hunna Waaqi isaaf kenneen tajaajiluu ti; maarre Waaqi waan duudi’iin karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin galateeffama. Isaaf ulfinnii fi hunni baraa haga bara baraatitti te’u! Ameen.

  20. Salmos 44

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 44
    Mostrando versículos 13–26 de 26

    13Ati cooraa gosa ollaa keennaa,murgo’oo fi kolla worra adaala keenna jiruu nu goote.

    23Goottaa kiyya, dammaqi! Maaf ratta?Ka’i! Haga bara baraa nu hin gatin.

    26Ka’i! Nu qarqaar.Jaalala keeti ka bara baraatiif jedhii nu wodi.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo