Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "paz"

27 resultados encontrados

  1. Neemias 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 3–35 de 39

    3Phashihur, Amaariyaa, Malkiiyaa,

    13Hodiiyaa, Baanii fi Beniinu.

    35Nuuti wogguma wogga’aan midhaan galfannuu fi midhaan mukaa mara keessaa mataa mataa gara Galma Mootii Waan Maraa finna.

  2. Gênesis 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–19 de 31

    1Waaqi jalqaba ol-gubba’aa fi lafa dade.

    13Latti dhiite, bariitelle’e; kun guyyaa sadeesso’oo ti.

    19Latti dhiite, bariitelle’e; kun guyyaa arfeesso’oo ti.

  3. João 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 23–34 de 38

    23Barattoota keessaa tokko, ka Yesuus isa jaalatu, Yesuusitti aanee tee’eeraayyu.

    30Yihudaan cassaa daabbo’oo fudhatee yoosuma gad baye. Yennaan sun halkan.

    34Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha’a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha’a.

  4. Esdras 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 4–11 de 17

    4Isaan, «Maqaa namoota ijaarsa kana ijaariisatti jiranuu eennu fa’a» jedhanee gaafatane.

    7«Mooticha Daariyos, nageenni si’iif te’u!

    11«Isaanille deebisanee, ‹Nuuti tajaajiltoota Waaqa ol-gubba’aatii fi lafaa ti; Galma Waaqaa ka mootiin Israa’elii guddaan bara heddu’uun dura ijaaree fixe deebinnee ijaariisatti jirra.

  5. Salmos 85

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 85
    Mostrando versículos 1–10 de 13

    1Ee Mootii Waan Maraaati lafa teeti mararteerta;sanyii Yaaqoobiitiifmilkii adde’etti deebitteerta.

    4Ee Waaqa fayyisaa keenna,adde’etti nu deebisi;nutti mufatiisa lakkisi.

    10Jaalalli fi addatamummaan wol dhaggan;balchumma’aa fi nageenni wol sunqatan.

  6. Provérbios 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 7–22 de 28

    7Fakkeenni afaan gowwa’aa keessaa bawu,akka miila naafatee rarra’uu ti.

    18Akkuma maraataan umeessaa ibiddaatii fidaaya nama ijjeesu namatti gad lakkisu,

    22Jechi hami’ii akka tuuqata mi’owuu ti;gara keessa namaa gad seena.

  7. Salmos 128

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 128
    Mostrando versículos 1–6 de 6

    1Nami Mootii Waan Maraa sodaatu marti,ka karaa isaa ideemu ka gammade.

    2Waan harka keetiin elootteedhaggatte hin nyaatta;ati hin gammadda; hin milkoottalle’e.

    6Ijoollee ijoollee teetii dhaggi;Nageenni Israa’eliif te’uu ti.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo