14Firri kiyya na irraa fagaate;jaaloti tiyyalle na dedhane.
19Jaaloti tiyya ta ani addadhu na diqatte;worri ani jaaladhulle na irratti ka’e.
21«Ee jaalota tiyya,harki Waaqaa waan na dhoweef,naaf marara’a!Naaf marara’a!
200 resultados encontrados
14Firri kiyya na irraa fagaate;jaaloti tiyyalle na dedhane.
19Jaaloti tiyya ta ani addadhu na diqatte;worri ani jaaladhulle na irratti ka’e.
21«Ee jaalota tiyya,harki Waaqaa waan na dhoweef,naaf marara’a!Naaf marara’a!
8Rehobiyaam ammoo gorsa jaarsole’ee tuffatee, dargaggoota isa woliin guddatte, ta isa gorsitu woliin mari’ate.
22Ammoo jechi Waaqaa gara Shemaa’iyaa nama Waaqaa12:22 Nama Waaqaa: Raagicha jechu’u. dhufee,
29Fakkii jabbi’ii ta worqii irraa hujisiise san, takkattii Bet’el keessatti, taan Daan keessatti dhaabe.
7Jaalallee tiyya, ati attam attam dansitti’i!Womaa dhidhinna hin qaddu.
10Obboleettii tiyya, waajibittii tiyya!Jaalalli keeti attam attam nama gammachiisa!daadhii woyni’ii caalaaattam attam gabbi nama godha!Fooleen fiqiree teetii uddowaa mara caalti.
16Ee, qilleensa kaabaa dammaqi!Ee, qilleensa kibbaa koy!Oorruu tiyyatti qilleensi;fooleen isi’ii uddoottuun fiqittuu ti.Jaalalleen kiyya gara oorruu ifii dhufeemidhaan oorruu ifii dansaa nyaatuu ti.
22Qiinaa, Diimonaa, Araadaa,
26Amaam, Shemaa, Molaadaa,
48Biyya koobittii keessa Shaamiir, Yaatiir, Sokoo,
1Obboleeyyan tiyya! Goottaa ulfinnaa keenna Yesuus Kiristoositti dhugeeffannaa eega qabaattane, nama wol hin caalchisina’a.
17Maarre dhugeeffannaan hujii dansaa hin qanne ta duute.
23Barreeffam Woyyichi, «Abrahaam Waaqa dhugeeffate, dhugeeffannaan isaalle balchumma’atti laakkowante» jedhu muummowe; innille jaala Waaqaa jedhame.
16Yennaa mara gammada’a;
21ammoo waan maraa qorqora’aa ilaala’a; waan dansaa qabadha’a;
25Obboleeyyan tiyya! Nu’uufille daadimadha’a.
2Marartiin, nageennii fi jaalalli isiniif fakkanu.
21Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!
22Worra mama qabuuf marartii qabaadha’a!
1Ani amma jaalallee kiyyaafmarroo oorruu isaata muka woyni’ii faaruu hin faarsa.Jaalalleen kiyya kooba lafa laattuu irrattimuka woyni’ii tokko qabaayyu.
15Maarre nami hin salphata; worri kooru duudiin gad hin qabama. Ilti worra kooruulle lafa hin ilaalti.
21Worra qaro’oo fi qaruuxee ifi seyuuf aanne’e!
1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,
15Goliin isaa loltooti laakkowame 45,650.
19Goliin isaa loltooti laakkowamanee 40,500.
11Nami yaada qullu’uu fi dubbii qulluu jaalatu,jaala mooti’ii hin te’a.
24Nama aarammeessa jaala hin godhatin;nama dafee aarutti hin maxxanin.
26Nama waada’aaf harka namaa dhowu,yookiin liqa’aaf wobii dabaru hin te’in.
6Ati ammoo gara Waaqa keetii deebi’i; jaalalaa fi haqa eegi; yennaa mara Waaqa keeti eegadhu.
7Daldalaan madaallii dharaatiin gurgurata; sobiisa jaalata.
12Yaaqoob gara biyya Aaramii baqate; Israa’el niitii dhaggatiisaaf namaaf tajaajile; gatii isi’ii kaffaliisaaf hoolee tisse.
2yaada tokko te’iisaan, jaalala tokko qabaatiisaan, ayyaanaa fi kaayo’oon tokko te’iisaan gammadi kiyya guutuu akka te’u tolcha’a.
7Ammoo ulfinna ifii lakkisee2:7Ulfinna ifii lakkisee: Afaan Giriikiitiin, «duwwaa ifi godhe» jedhaakka garbaa te’ee mudhate;akka namaa te’ee dhalate;nama fakkaatee mudhate.
14Waan mara gungumiisaa fi moromaa malee godha’a!
1Jaalota tiyya! Ergaan ani amma isiniif barreessiisatti jiru tun, ta lammeesso’oo ti. Waan kana qaabatiisaan yaada qajeelaa akka qabaattanuuf, isin kakkaasiisaaf jedhee, ergaa lamaanuu isiniif barreesse.
8Jaalota tiyya, waan tokko hin dedhina’a! Goottaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaa ti; woggaan kum akka guyyaa tokkoo ti.
18Ammoo badhaadhaa fi beekkuma Gootta’aa fi Fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ittuma guddadha’a. Ammaa fi haga bara baraa ulfinni isaaf te’u! Ameen.
1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,
29«Namichi tokko yookiin dubartiin takka mataa irratti yookiin areeda irraa madaa yoo qabaatane,
38«Namichi tokko yookiin dubartiin takka gogaa ifii irratti baarilee adii yoo qabaatane,
14Atille haga ani lubbu’uun jiru akka ani hin duuneef jaalala bara baraa ka Mootii Waan Maraa naaf mudhisi.
15Mootiin Waan Maraa diinota Daawitii mara lafa irraa yennaa balleesselle jaalala bara baraa ka maatii tiyyaaf qaddu hin lakkisin» jedhe.
20Ani akka nama daaya woyyittii darbatuu, daaya sad gara cinaa dhaka’aa hin darbadha.
1Yennaa san Abrahaam guddoo dulloomeeraayyu; Mootiin Waan Maraalle waan maraan isa eebbiseera.
6Abrahaam deebisee, «Waawwo’o, ilma kiyya akka achi hin geessine ifi eeggadhu!
34Maarre inni, «Ani tajaajilaa Abrahaamii ti.
5Afaan jecha kooraa ittiin dubbatuu fi Waaqa ittiin faanshessu bineensa saniif kenname; ji’a afurtamii fi lama baalli’iin akka hujuufille eeyyam kenname.
9Nami gurra qabu dhage’uu ti!
18Wonni tun qarummaa barbaaddi. Laakkossi kun laakkossa namaa waan te’eef, nami qalbii qabu maraa laakkossa bineensa kanaa herregee bira gewuu ti; laakkossi isaalle, dhibba jaa fi jaatamii fi ja.
12Yoona worra Waaqaaf filatantane, woyyoontanee fi jaalatantane akkuma teetanetti naasuu, arjummaa, ifi gad qabiisa, qajeelumma’aa fi ossata uffadha’a.
13Wol dande’a; nami namatti quuqameeru yoo jiraate, woliif araarama’a; akkuma Kiristoos isiniif araarame, isinille woliif araarama’a.3:13 Efe. 4:32
14Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a.
1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,
2«Lewwoota keessaa ilmaan Qehaatii akka firaa fi maatii maatii isaaniititti,
17Ammalle Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaronitti dubbatee,
38Sanyii Biinuyii keessaa, Shime’ii,
39Shelemiiyaa, Naataan, Adaayaa,
42Shaalum, Amaariya’aa fi Yoseef.