Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Isaías 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–18 de 22

    5Ee, sanyii Yaaqoobiikowa’a, ifa Mootii Waan Maraa keessa deddeebina!

    14gaarota dhedheera’aa fi koobota ol kaate mara irratti,

    18Waaqoti dharaa ijjumaa hin badan.

  2. Salmos 22

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 1–20 de 31

    1Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maaf na lakkitte?Ati maaf na qarqaariisa irraa,jecha aadiisa kiyyaa irraa fagaatte?

    3Te’uu malee ati Waaqa woyyicha.Leellisi worra Israa’eliibarcumaa mootumma’aa keeti marsa.

    20Lubbuu tiyya shallaagaa jalaa,jiruu tiyya hunna saroolee tanaa jalaa baasi.

  3. Hebreus 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 20–35 de 39

    20Nuuti karaa golla’aatiin, jechuun karaa haareyaa fi jiraataa inni foon ifiitiin nu’uuf baneen seenna.

    31Harka Waaqa jiraata’aa seenuun akka malee sodaachisa’a.

    35Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina’a!

  4. Filemom 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–6 de 25

    3Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te’u!

    5Sababille dhugeeffannaa ati Goottaa Yesuusitti qadduu fi jaalala ati kolbaa Waaqaa maraaf qaddu dhage’eera.

    6Hubantii guutuu waan dansa’aa ka nu Kiristoosiin qannuu maraa akka qabaattuuf, dhugeeffannaa teeti worra dhibi’iif qoodiisatti akka jabaattu hin daadimadha.

  5. Lamentações 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–14 de 22

    1Ee Waaqa, waan nu irratti te’e qaabadhu;kunoo, salphinna keennalle dhaggi.

    6Sagalee quufiisaaf,worra Gibxi’iitii fi Asooriititti harka kennanne.

    14Jaarsoleenyaa’ii karra qacha’aa,dargaggootille sirba lakkitteerti.

  6. Tiago 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 16–21 de 27

    16Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, hin sobamina’a.

    18Nuuti dada isaa maraaf angafa akka teenuuf, Waaqi fedhii ifiitiin jecha dhuga’aatiin nu uume.

    21Tanaaf battumma’aa fi bacatiisa hammeennaa mara ifi irraa balleessa’a; jecha lubbuu teessan fayyisiisaaf hunna qabu, ka isin keessatti dhaabame san gadhi laafumma’aan fudhadha’a.

  7. 1 Samuel 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 3–24 de 36

    3Mootiin Waan Maraa Waaqa beekaanama mara madaalu waan te’eefhin koorina’a!Ifi jajiisaan hin dubbatina’a!

    12Ilmaan Eli’ii ilmaan bu’aa hin qanne; isaan Mootii Waan Maraa hin beenne.

    24Waawwo’o, ilmaan tiyya! Oduun kolbaa Mootii Waan Maraa keessa facaatuun ani dhage’u tun dansa’aa moti.

  8. Josué 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 22–31 de 63

    22Qiinaa, Diimonaa, Araadaa,

    26Amaam, Shemaa, Molaadaa,

    31Siiqlaag, Madmaanaa, Sansanaa,

  9. 2 Coríntios 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 1–7 de 18

    1Nuuti Waaqa woliin ka hunyu waan teeneef, badhaadha Waaqaa ka fudhattane akkanumaan hin balleessina’a jennee isin kadhanna.

    6akkasuma qulqullumma’aan, beekkumsaan, ossaan, arjumma’aan, Ayyaana Woyyichaan sooreffamiisaa fi jaalala dhuga’aatiin,

    7jecha dhuga’aatii fi hunna Waaqaatiin. Hubiisaa fi ifi irraa dhooggatiisaafille, mey keenna ka woraanaa balchumma’a.

  10. 1 Reis 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 42–55 de 66

    42inni marroo maqaa keeti gudda’aa, irree teeti jaddu’uulle dhage’ee dhufee, gara Galma kanaa garagalee yennaa daadimatu,

    51Isaan kolbaa teeti ta ati biyya Gibxi’ii ta akka addee ibiddaa ta sibiila itti baqsiisanuu san keessaa baatte.

    55qoonqoo ifii ol qabatee, wolde’a Israa’elii mara eebbisee,

  11. Tiago 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–20 de 26

    1Obboleeyyan tiyya! Goottaa ulfinnaa keenna Yesuus Kiristoositti dhugeeffannaa eega qabaattane, nama wol hin caalchisina’a.

    19Ati Waaqi tokkochi akka jiru hin dhugeeffatta; dansaa goote! Durriisotille tana hin dhugeessan, sodaataneelle hin hollatan.

    20Namicha gowwa’a! Dhugeeffannaan huji’iin malee ta gatii hin qanne2:20Ta gatii hin qanne: Ta duute akka teete beekiisaaf dhugaa itti barbaaddaa?

  12. Neemias 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 19–42 de 73

    19sanyiin Biigwaayii kuma lamaa fi jaatamii torba;

    41sanyiin Faashihurii kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi afurtamii torba;

    42sanyiin Haariimii kuma tokkoo fi kudhanii torba.

  13. Marcos 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 13–30 de 47

    13Isaan, «Isa fannisi!» jedhanee hogisane.

    19Isaan mataa Yesuusii ule’een dhaananee, hancufa itti tufanee, akka waan isa ulfeessanuu sobanee duratti jilbiiffatanee, isaa sagadane.

    30Me ifi fayyisiitii fannoo irraa gad bu’i!» jedhaa Yesuus arrassane.

  14. 1 Coríntios 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–18 de 31

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii akka te’uuf waamamee fi obboleessa keenna Sostenees irraa:

    17Kiristoos akka ani Oduu Gammadaa lallabuuf ana erge malee, akka cuuphuuf na hin ergine. Fannifamuun Kiristoosii akka hunna hin dhanne, Oduu Gammadaa ka lallabaaru qarummaa namaatiinii moti.

    18Ergaan fannifamuu Kiristoosii worra baduuf gowwumma’a; nu worra fayyuuf ammoo hunna Waaqaa ti.

  15. Jó 36

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 36
    Mostrando versículos 3–18 de 33

    3Ani beekkumsa kiyya fagoo irraa hin fida;Waaqi na dade balchaa akka te’eani hin mudhisa.

    8Namooti wodaroo sibiilaatiin yoo hidhamaneyookiin wodaroo rakkinnaatiin yoo qabamane,

    18Eennulle durumma’aan akka si hin sonne,Safuu36:18 Safuu: Malaamaltummaa jechu’u. guddoolle’een akka hin sobanne ifi eegadhu.

  16. Êxodo 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 11–36 de 36

    11Ammalle Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    35Israa’elooti lafa itti qubatane Kana’aan haga geyanutti woggaa afurtama mannaa nyaatane.

    36Omeeriin tokko eefaa16:36 Eefaan tokko: Gara kiiloo kudhanii shanii ti. harka kudhan keessaa harka tokko.

  17. 1 Samuel 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 6–25 de 28

    6Mootiin Waan Maraa deya isii waan dhooggeef masaanuun isi’ii isii aarsitee bilinjeessite.

    17Achiin duuba Eliin deebisee, «Nageyaan deemi! Waaqi Israa’elii waan ati isa gaafatte si’iif kennuu ti» jedheen.

    25Isaan dardara san yennaa qalane mucaa gara Eli’ii geessane.

  18. Jeremias 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 2–17 de 22

    2«Waanjoo hujiitii hudhaa isaatiin morma keetitti hidhadhu.

    4Dhaansa kana goottolee ifiititti akka himanu ajaji; Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa’elii

    17Isaan hin caqasina’a. Jiru’uun jiraattanu motii Baabilonii tajaajila’a. Qachaan kun maaf diigama ree?

  19. Tito 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–12 de 15

    5Jechi Waaqaalle akka hin arraffanne, ta ifi qabattuu fi qulluu, ta akka dansaa mana ifii qabattu, arja’aa fi ta dhirsaaf ajajantu akka teetu barsiisanuu ti.

    11Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera.

    12Badhaadhi kun cubbu’uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa.

  20. Gálatas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–24 de 24

    5Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te’u! Ameen.

    11Obboleeyyan tiyya! Oduun Gammadaa ta ani isiniif lallabe, ta nami ifi keessaa maddisiise akka hin te’in, akka beettanu barbaada.

    24Sababa kiyyalle’eef Waaqa galateeffatane.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo