Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

200 resultados encontrados

  1. Tito 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–11 de 15

    1Ati ammoo waan barnoota sirrii te’een wolii galu barsiisi.

    4Isaan, akka dubartooti ka’im abbaa manaatii fi ijoollee ifii jaalattu,

    11Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera.

  2. Jeremias 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–5 de 25

    2Qaccee koobota goddu’uu ol ilaali! Addeen ati irratti hin sagaagalle jirtii? Akkuma worri Arabaa lafa goomole’ee keessatti nama saamiisaaf eegatu, akkasuma atille karaa keessa teettee worra si jaalatu eegatte. Sagaagalumma’aa fi hammeenna keetiin lafa batteessite.

    4«Ammalle ati na waamaa, ‹Abbaa kiyya, bara ijoollummaa tiyyaatiin jalqaddee jaala ka naa teete,

    5ati yennaa mara aartaa? Aariin teeti haga bara baraatii?› jedhaa, ammoo hammeenna hujuu dandeettu mara hujja» jedhe.

  3. Êxodo 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 14–23 de 26

    14«Hin gaarayyeeffatin;

    16«Nama irratti dharaan dhugaa hin bayin;

    23isin ana malee, waaqota meeti’ii fi worqii irraa hujattanee hin waaqonfatina’a.

  4. 2 Coríntios 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 7–24 de 24

    7Isin dhugeeffanna’aan, haasowaan, beekkumsaan, qarqaariisaaf quxiquxamiisaan8:7Quxiquxamiisaan: Ququxamiisaan, jaalala nu’uuf qaddanulle’een waan maraan hin caaltan; hujii arjoomaa tanalle’een ka caaltanu te’a.

    8Maarre quxiquxamiisa worri dhibiin kenniisaaf qabu keessaniin wol bira qabee ilaaliisaan, jaalaltiin teessan ta dhuga’aa akka teete mirkaneessiisaaf jedheeti malee, isin ajajiisaafii moti.

    24Tanaaf akka wolde’ooti kiristaanaa jaalalli keessan ka dhuga’aa akka te’ee fi maaf akka nuuti isiniin ifi jajnu akka dhagganu, jaalala keessan isaanii mudhisa’a.

  5. Êxodo 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 4–13 de 21

    4Waan akka meemme’ee ka cilee qabatee daadhaa gad harcaasu sageettuu irraa itti huji; roga waan akka meemme’ee san arfanuu irratti qubeelee sageettu’uu itti huji.

    8Akkuma ani gaara irratti sitti mudhise sanitti, addee ciinca’aa falaxaa irraa boollessii huji.

    13Dhuma gara ila boru’uu, karaa aduun baatuun, ciqilee shantama badhatuu ti.

  6. Jó 32

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 7–9 de 22

    7Ani, ‹Nami gugurdaan qara dubbatuu ti;qarummaa bara heddu’utti dhaggatane barsiisanuu ti› jedhe.

    8Ammoo ka nama keessa bulee hubantii namaaf kennuayyaana Waaqa waan mara dande’uu ti.

    9Qarummaan guddatane’eefii moti;waan sirrii te’e hubatiisille dulloomane’eefii moti.

  7. Salmos 76

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 76
    Mostrando versículos 4–11 de 12

    4Ee Waaqa ati attam attam ulfaata’a!Arnyi keeti gaarota gugurdaa caala.

    7Ati ammoo sodaatama’a;yennaa aariin teeti kaate,eentu si dura dhaabbatuu dande’a?

    11Waaqa Mootii Waan Maraa keessaniifwaadaa gala’a;waan waadaa galtane san muummessa’a.Worri lafa adaala isaa jiru martika sodaatamu’uu maleef kennansa fidanuu ti.

  8. 2 Samuel 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 15–25 de 29

    15Garuu Saa’olii si duraa kaase irraa jaalala kiyya ka bara baraa akkuma kaase, isa irraa hin kaasu.

    22Ee, Goottaa Mootii Waan Maraa, ati attam attam gudda’a! Ka akka keetii tokkolle hin jiru; akkuma gurra keennaan dhageenne, si malee Waaqi dhibiin hin jiru.

    25«Ammalle ee, Mootii Waan Maraa Waaqa, marroo tajaajilaa keetiitii fi sanyii isaatiif waadaa galte haga bara baraa jabeessi; akkuma dubbatte muummessiif.

  9. Isaías 43

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 43
    Mostrando versículos 5–18 de 28

    5Ani si woliin waan jiruuf hin sodaatin!Ani ijoollee teeti karaa aduun baatu irraa hin fida;karaa aduun seentulle’e isinwolitti hin qaba.

    11«Anumattuu Mootii Waan Maraa ti;ana malee fayyisaan dhibiin hin jiru.

    18«Waan durii dedha’a;waan dabare hin yaadina’a.

  10. 1 João 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–25 de 29

    5Nami jecha Waaqaatiif ajajamu ammoo, jaalaltiin inni Waaqaaf qabu guutu’u. Isaan jiraatuu keenna tanaan beenna.

    10Nami obboleessa ifii jaalatu ifa keessa le’a; wonni nama gufachiisulle isa keessa hin jiru.

    25Addiin inni nu’uuf kenne tun jiruu bara baraa ti.

  11. Joel 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 13–21 de 32

    13Gadda keessan mudhisiisaaf,woyaa teessan tarsaasiis hin gewu;Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan arjaa, mararaa,mufi’iif ka hin ariifanne, ka jaalala bara baraa guddaa qabu,adabiisaafille ka hin ariifanne, waan te’eef,gara isaa deebi’a’a!

    15Xiyoon keessatti tultullaa afuufa’a!Laama woyyicha lassa’a!Yaa’ii woyyittii waama’a!

    21«Ee lafa, hin sodaatin.ani Waaqi waan guddoo waan sii godheef,gammadii firinxiix!

  12. 1 Pedro 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 15–23 de 25

    15Ammoo Waaqi isin waame woyyuu akkuma te’e, isinille waan gootanu duudi’iin woyyuu te’a’a.

    22Isin dhuga’aaf ajajamiisaan ifi qulqulleessitanee, worra dhibiille jaalala dhuga’aatiin jaalattaneertan; maarre gadhaa tokkochaan guddisa’aa wol jaaladha’a.

    23Isin karaa jecha Waaqaa jiraata’aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te’in sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan.

  13. Ezequiel 43

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 43
    Mostrando versículos 1–6 de 27

    1Achiin duuba inni gara karra karaa aduun baatuu na geesse.

    4Ulfinni Mootii Waan Maraa karaa karra karaa aduun baatuutiin gara Galma Waaqaa akkuma seeneen,

    6Namichi sun adoo na bira dhaabbatiisatti jiruu, nami tokko Galma Waaqaa keessaa natti dubbatuun dhage’e;

  14. 2 Crônicas 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 7–23 de 37

    7Ee Waaqa keenna, ati worra lafa tana keessa le’anu kolbaa teeti Israa’el duraa ariitee baattee, sanyii jaala keeti Abrahaamiitiif haga bara baraa akka keessa le’anuuf hin kenninee ree?

    8Isaanille lafa san keessa le’anee achitti ulfinna maqaa keetiitiif Galma ijaaranee,

    23Worri Amooniitii fi worri Mo’aabii worra gaara Se’iiriitii dhufe lolanee fixane; isaan worra gaara Se’iirii balleessaneen duuba wolittuu garagalanee wol balleessane.

  15. Lucas 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 32–37 de 49

    32«Worra isin jaalatu callaa yoo jaalattane, eebba maan dhaggattan ree? Cubbaaleyyiinuu worruma isaan jaalatu jaalatan.

    36Abbaan keessan ka ol-gubba’aa ka namaaf mararu akka te’e, isinille namaaf marara’a.

    37«Namatti hin murina’a, Waaqille isinitti hin muru; yakkaa namatti hin murina’a, Waaqille yakkaa isinitti hin muru; namaaf araarama’a, Waaqille isiniif hin araarama.

  16. João 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 15–40 de 59

    15Isin yaada namumma’aatiin murtan; ani nama tokko irralle’etti hin muru.

    37Akka isin sanyii Abrahaamii teetane ani hin beeka. Te’uu malee isin jecha kiyya waan hin fudhatiniif, na ijjeesiisaaf barbaaddan.

    40Isin ana nama dhugaa Waaqa irraa dhage’ee isinitti hime ijjeesiisaaf barbaaddan. Abrahaam waan akkanaa hin goone.

  17. Provérbios 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 7–24 de 28

    7Fakkeenni afaan gowwa’aa keessaa bawu,akka miila naafatee rarra’uu ti.

    22Jechi hami’ii akka tuuqata mi’owuu ti;gara keessa namaa gad seena.

    24Nami kijibu afaaniin nama sossoba;gadhaa ifiitiin hantuu yaadata.

  18. 1 Reis 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–30 de 31

    1Bara san ilmi Yerobi’aamii Abiiyaan dhibame.

    12Achiin duuba Ahiiyaan haadha manaa Yerobi’aamiitiin, «Ati gara mana keetii deebi’i; akkuma ati qachaa seenteen ilmi keeti hin du’a.

    30Rehobiyaamii fi Yerobi’aam bara ifii mara wol lolaa turane.

  19. Zacarias 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–13 de 14

    1Ergamaan na woliin dubbataa ture sun deebi’ee dhufee, akka nama hirriibaa nama dammassuu na dammassee,

    5Innille, «Ati wonni kun maan akka te’e hin beettu?» jedhee na gaafate. Anille, «Ani hin beeku, goottaa kiyya» jedheen.

    13Inni anaan, «Ati wonni kun maan akka te’e hin beettu?» jedhe.Anille, «Ee goottaa kiyya, hin beeku» jedheen.

  20. Cânticos 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 2–10 de 17

    2Jaalalleen tiyya dubartoota oddu’uttiakka daraaraa qoree odduu jiruu ti.Waajibittii

    8Kunoo, jaalalleen kiyya,gaarota irra u’utaalaa,koobota irra burraaqaa dhufuun qoonqoo dhage’a.

    10Jaalalleen kiyya natti dubbatee,«Jaalallee tiyya, dansittii tiyya!Koy, woliin ideenna.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo