Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

200 resultados encontrados

  1. Números 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 18–26 de 45

    18‹Ani Mootiin Waan Maraa aariisaaf hin ariifadhu; jaalalli kiyya ka bara baraa gudda’a; cubbu’uu fi irra-dabara namaaf hin lakkisa; te’uu malee, yakkaamessa adoo hin adabin hin lakkisu; ijoollee sababa yakkaa abbooti’iitiif haga dhaloota sadiitii fi afuriititti hin adaba› jetteerta.

    21Te’uu malee ani jiraataa ulfinni kiyya lafa duudii guutu waan te’eef,

    26Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

  2. Efésios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–23 de 32

    2Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela’aa fi ossaameyyii te’a’a. Jaalalalle’een wol dande’a’a.

    15Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna.

    23Ayyaana qalbii teessaniitiin haareffama’a.

  3. Levítico 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 33–50 de 57

    33Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

    47Nami mana san keessa rafe yookiin keessatti nyaate woyaa ifii dhiqatuu ti.

    50Sinbirroota san keessaa takkattii okkotee bisaan maddaa keessa jiru irratti qaluu ti.

  4. Hebreus 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 4–10 de 28

    4Abbaan sanyii teennaa Abrahaam waan booji’e keessaa, kudhan keessaa tokko eega isaaf kenne, nami kun attam guddaa akka te’e ilaala’a!

    7Diqqaan gudda’aan eebbifamiis mama hin qabu.

    10Sababille yennaa Malkiisedeq Abrahaamiin wolde’e, Lewwiin gudeeda Abrahaamii abbaa ifii keessa jiraayyu.

  5. Tiago 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–16 de 18

    10Afaanuma tokkocha keessaa galataa fi abaarsi baya; obboleeyyan tiyya! Kun te’uu hin malle.

    14Gadhaa keessan keessatti hinaaffaa hadhoottu’uu fi ifi jaalachuu yoo qabaattane ammoo, ifi hin jajina’a! Dhugaa irralle’etti soba hin dubbatina’a!

    16Addee hinaaffa’aa fi ifi jaalatiis jirtutti hoga’aa fi waan hantuu maratti jira.

  6. Gênesis 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 5–24 de 34

    5Yennaa Yisihaq dhalate, Abrahaam nama woggaa dhibbaa ti.

    12Waaqi ammoo Abrahaamiin, «Marroo muca’aatii fi dubartii garbittii teetiitiif hin rakkatin; karaa Yisihaqiitiin sanyii ani waadaa sii gale waan qabaattuuf, waan Saaraan siin jettu mara godhi.

    24Abrahaamille, «Tole, hin kakadha» jedhe.

  7. Êxodo 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 15–18 de 36

    15«Nami abbaa ifii yookiin haadha ifii dhaanu ijjeefamuu ti.

    17«Nami abbaa yookiin haadha ifii abaaru ijjeefamuu ti.

    18«Nami wol lolee, tokkochi kaan dhakaan yookiin tuntummu’uun dhowee, nami dhowame sun adoo hin du’in taqee irra yoo ciise,

  8. Gálatas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–24 de 24

    5Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te’u! Ameen.

    16Oduu Gammadaa ta marroo Ilma isaa, worra Yihudoota hin te’in oddu’utti akka ani lallabuuf, yennaa Waaqi Ilma ifii natti mudhisiisa jaalate, ani nama tokkolle woliin hin mari’anne;

    24Sababa kiyyalle’eef Waaqa galateeffatane.

  9. Salmos 136

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 5–25 de 26

    5Ka qarummaa ifiitiin ol-gubbaa dade,jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    9Ka Ji’aa fi urjootihalkan akka baallii qabaatanu godhe,jaalalli isaa ka bara baraa ti.

    25Ka dada maraaf sagalee kennu,jaalalli isaa ka bara baraa ti.

  10. 1 Crônicas 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 12–34 de 40

    12Worri Shuphiimiitii fi Huphiimii sanyii Iirii ti; worri Hushiimii sanyii Aheerii ti.

    26Tahaan La’adaan uumate; La’aadaan Amiihud uumate; Amiihud, Eliishaamaa uumate;

    34Ilmaan Shomerii: Ahi, Rohigaa, Yehubaa fi Aaram.

  11. Mateus 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 10–46 de 48

    10Worri balchumma’aaf miidhamu gammaduu;mootummaan Waaqaa ta isaanii ti!5:10 1 Phex. 3:14

    44Ani ammoo isinitti hima: diinota keessan jaaladha’a; worra isin miidhuufille daadimadha’a.

    46Worra isin jaalatu callaa yoo jaalattane, gatii maan qaddan ree? Cubbaaleyyiinuu sanuma godhan!

  12. Jó 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 2–5 de 14

    2«Ati nama hunna hin qanneattam attam qarqaarte!Nama dadhabaalleattam attam jabeessite!

    3Ati nama qaroo hin te’inattam attam gorsite!Beekkumsalle attam attam kenniteef!

    5«Ekeraan abbaaya’aan jalattirorommiisatti jirti.

  13. Isaías 29

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 9–21 de 24

    9Bararaqa’aatii maadeffadha’a! Dunuunfadha’aatii jaama’a! Machowa’a! Ammoo daadhii woyni’iitiinii moti. Gatantara’a! Ammoo untoo nama macheessituunii moti.

    20Worri marartii hin qannee fi worri murgu hin badan. Worri nama irratti hantuu yaadu duudiin hin badan.

    21Worri dubbi’iin nama yakkaamessa godhu, worri badhinna kora mura’aa duratti tiyyoo namatti keyu, worri dhugaa baya sobaatiin, worra yakkaa hin qanne haqa dhooggu hin badan.

  14. Eclesiastes 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 1–13 de 18

    1Ani kana maraa hubatiisaaf wodhaaneera. Nami balcha’aa fi qaroon, hujiin isaaniille harka Waaqaa keessa jirti; wonni isaan eeggatu, jaalala yookiin jibba akka te’e, nami beeku hin jiru.

    9Jiruu teetii fi biyya lafaa ta irratti eloottu keessatti tun hiree teeti waan teeteef, bara jiru’uu ka bu’aan hin qanne ka Waaqi si’iif kenne kana mara keessatti, niitii teeti ta jaalattu woliin gammadi!

    13Ani ammalle biyya lafaa irratti fakkeenna qarumma’aa ka guddoo natti maadee te’e tokko dhagge:

  15. Apocalipse 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–12 de 13

    4Aarri hixaanaalle daadimata worra Waaqaaf woyyoomee woliin harka ergamaa Waaqaa irraa gara fuula Waaqaa ol ka’e.

    6Achiin duuba ergantooti Waaqaa torba ta tultullaa torba qabatteertu tultullaa afuufiisaaf qophootte.

    12Ergamaan Waaqaa ka arfeesso’oo tultullaa ifii afuufe. Ifi isaanii harka sad keessaa harki tokko akka dukkanowuuf, ka adu’uu harka sad keessaa harki tokko, ka ji’aa harka sad keessaa harki tokkoo fi ka urji’ii harka sad keessaa harki tokko dhowame; ifi guyya’aa harka sad keessaa harka tokko, ifi halkaniille harka sad keessaa harka tokko ifa akka hin kennine dhooggame.

  16. 1 Samuel 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–26 de 28

    5inni Haannaa waan jaalatuuf qooda dachaa lama isi’iif kenna; te’uu malee Mootiin Waan Maraa isii deya dhooggeeraayyu.

    25Isaan dardara san yennaa qalane mucaa gara Eli’ii geessane.

    26Haannaan Eli’iin, «Ee goottaa kiyya, ka jiraataa teete; dubartiin as si dura dhaabbattee gara Mootii Waan Maraa daadimataa turte sun ana.

  17. Provérbios 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 9–19 de 28

    9Nami yakkaa namaaf araaramu,jaala qabaata.Nami dubbii dabartetti deddeebi’u ammoojaalota gargar baasa.

    17Jaalli yennaa mara si jaalata;obboleessille yennaa rakko’ootiif dhalata.

    19Nami lola jaalatu cubbuu jaalata;nami ifi jaju badii ifitti waama.

  18. 2 Coríntios 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 1–7 de 18

    1Nuuti Waaqa woliin ka hunyu waan teeneef, badhaadha Waaqaa ka fudhattane akkanumaan hin balleessina’a jennee isin kadhanna.

    6akkasuma qulqullumma’aan, beekkumsaan, ossaan, arjumma’aan, Ayyaana Woyyichaan sooreffamiisaa fi jaalala dhuga’aatiin,

    7jecha dhuga’aatii fi hunna Waaqaatiin. Hubiisaa fi ifi irraa dhooggatiisaafille, mey keenna ka woraanaa balchumma’a.

  19. 1 Coríntios 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 10–20 de 33

    10Isaan keessaa gariin gungumanee, ergamaa Waaqaa ka balleessuun akkuma badane isinille hin gungumina’a.

    14Maarre jaalota tiyya! Waaqota dharaa waaqonfatiisa irraa fagaadha’a.

    20Waawwoo! Worri waaqota dharaa waaqonsu durriisaaf ciincaa dhikeessa malee, Waaqaafii moti. Akka isin durriisota woliin jaalontanuufille ani hin barbaadu.

  20. Cânticos 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–10 de 16

    1Obboleettii tiyya, waajibittii tiyya!Ani gara oorruu tiyyaa dhufeera;qumbii tiyyaa fi uddowaa kiyya wolitti qabadheera;nadhii dhaaba damma kiyyaa nyaadheera;daadhii woyni’ii tiyyaa fi aanan kiyya uneera.JaalotiNyaadha’a, jaalota, una’a, jaalalaan machowa’a!Waajibittii

    9Ati ta dubartoota mara caalaa dansittii teete!Jaalalleen keeti worra kaan ka attam caalu inni?Ati akkas ka nu magannifattu,jaalalleen keeti worra kaan ka attam caalu inni?Waajibittii

    10Jaalalleen kiyya diimaa hargiisa;inni nama kuma kudhan keessalle’etti hin mudhata.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo