Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Hebreus 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 20–35 de 39

    20Nuuti karaa golla’aatiin, jechuun karaa haareyaa fi jiraataa inni foon ifiitiin nu’uuf baneen seenna.

    32Ifi isiniif ifeen duuba, guyyoota duri rakkinna fudhattanee wodhaantoo guddo’oon ossattane san qaabadha’a.

    35Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina’a!

  2. Levítico 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 1–9 de 27

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    7Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan waan te’eef, ifi adda baasa’aatii, woyyuu te’a’a.

    9« ‹Nami tokko abbaa ifii yookiin haadha ifii yoo abaare ijjeefamuu ti; abba’aa fi haadha ifii waan abaareef dhiiga ifiitiif isattuu itti gaafatama.

  3. Romanos 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 5–20 de 33

    5isiin sanyii abbootii teenna gugurdo’oo ti; Kiristoosille9:5Kiristoosille: Masiihiille, akka namumma’aatitti gosa isi’ii keessaa dhalate; Waaqi9:5Waaqi: Kiristoosiin waan mara bulchu, haga bara baraa leellifamu! Ameen.

    18Maarre Waaqi nama fedhe marara, nama fedhelle mataa jabeessa.

    20Namana! Waaqa woliin moromiisaaf ati eennu? Okkoteen faaraa nama isii dhoween, «Maaf akkana na dhootte?» jedhuu dandeetti?

  4. Marcos 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 14–35 de 35

    14Achiin duuba Inni akka isaan Isa woliin te’anu, Oduu Gammadaa lallabiisaaf akka ergamanu,

    23Jennaan Yesuus gara ifii isaan waamee, «Attamiin Seexanni Seexana baasuu dande’a?

    35Fedhii Waaqaa ka muummessu eennuuyyuu obboleessa kiyya, obboleettii tiyya, haadha tiyyalle’e» jedhe.

  5. Apocalipse 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 9–17 de 27

    9Ergantoota Waaqaa torba, ta qorii torba ta balaa muumme’ee torbaan guutanteertu harkatti qabataneeranu keessaa tokkochi dhufee, «Koy; haadha manaa ta Hoolichaa, waajibittii sitti mudhisa» naan jedhe.

    15Ergamaan Waaqaa ka na woliin dubbatiisatti jiru sun mikii21:15Mikii: Ulee ittiin safaranu ulee worqi’ii ta ittiin qachaa, karrootaa fi dalleya dhaka’aa miku qabaayyu.

    17Ergamaan Waaqaa dalleya dhaka’aa san mike; yennaa ergamaan Waaqaa mike, waan ittiin mikanu ka beekkameen ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afur te’e.

  6. 1 João 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 9–15 de 21

    9Akka nuuti jiruu isaan dhaggannuuf, Waaqi Ilma ifii tokkochuma san gara biyya lafaa ergiisaan, jaalala ifii nu’uuf mudhise.

    10Jaalala jechuun kana: nuuti Waaqa hin jaalanne, inni ammoo nu jaalatee, Ilma ifii cubbuu teennaaf woreega guma’aa akka te’uuf erge.

    15Yesuus Ilma Waaqaa akka te’e nami dhugeessu maraa, Waaqi isa keessa, innille Waaqa keessa hin jiraata.

  7. Tiago 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 16–19 de 27

    16Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, hin sobamina’a.

    18Nuuti dada isaa maraaf angafa akka teenuuf, Waaqi fedhii ifiitiin jecha dhuga’aatiin nu uume.

    19Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, tana hubatuu qaddan! Nami martinuu dhage’iisaaf ka ariifate, dubbatiisaa fi aariisaaf ka hin ariifanne te’uu ti;

  8. Filipenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 13–21 de 23

    13Hunna Kiristoos naaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande’a.

    20Waaqa Abbaa keennaaf ulfinni bara baraa haga bara baraa te’u! Ameen.

    21Kolbaa Waaqaa maratti maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nageya naaf hima’a; obboleeyyan asi na woliin jirtulle nageya isiniif dhaanti.

  9. Ester 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 2–7 de 10

    2Guyyaa lammeesso’oo daadhii woyni’ii uniisatti adoo jiranuu mootichi ammalle, «Giittittii Asteer, wonni ati gaafattu maan? Si’iif hin kennama; wonni ati barbaaddu maan? Haga gamisa mootummaa tiyyaalle teetu si’iif hin kennanti» jedhe.

    3Giittittiin Asteer deebittee, «Mooticha kiyya, si duratti fudhatama dhaggadhee, ka si gammachiisu yoo te’e, akka ani hin duune na hamburi, wonni gaafadhu tana; kolbaa tiyyalle hamburi, wonni ani barbaadu tana.

    7Mootichi aari’iin ol ka’ee, daadhii woyni’ii lakkisee gad bayee, gara oorruu mana mootumma’aa dhaqe. Haamaan ammoo akka mootichi isa ijjeesiisaaf murteeffate beekee, du’a irraa ifi hamburiisaaf, Asteer kadhatiisaaf duubatti hafe.

  10. Lucas 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 20–50 de 56

    20Philaaxoos Yesuus hiikiisaaf fedhee, ammalle gumi’iin dubbate.

    39Yakkaameyyii achitti fannifamane keessaa tokkochi, «Ati Masiihii motii? Ifi fayyisi, nulle fayyisi!» jedhee isa arrasse.

    50,51Namichi dansa’aa fi balchaan, ka mootummaa Waaqaa eeggatiisatti jiru, ka biyya Yihudootaa qachaa Armaatiya’aa keessaa dhufe, ka Yoseef jedhamu tokko jira. Inni miseensa kora murti’ii te’ulle mura’aa fi hujii isaaniititti wolii hin galin ture.

  11. Cânticos 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–17 de 17

    5Ani jaalala isaatiin qabame waan gaggabeef,midhaan woyni’ii nyaachisa’aatii na jabeessa’a;midhaan muka appili’iitiin na gammachiisa’a.

    7Ee dubartoota Yerusaalemii,haga inni fedhuma ifiitiin ka’utti,jaalallee kiyya tirtirsitanee akka hin dammassine,ani maqaa jilibaa yookiin gadansa badda’aatiin,isin magannifadha.Waajibittii

    17Ee jaalallee kiyya! Adoo boruun hin dayya’in,aduun adoo hin bayin,akka jiliba’aa yookiinakka ilmoolee gadansaa,gaara bu’aa bayii qabu irrautaalaa gara kiyya koy.

  12. Colossenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–21 de 25

    4Kiristoosiin jiruu nuuf te’e yennaa mudhatu, isinille isa woliin ulfinnaan hin mudhattan.

    10Namummaa haareyalle uffattaneertan; isiille ta akka guutuma guutu’utti isa beettanuuf, Waaqi isii dade fakkeenna ifiititti haaressiisatti jiru.3:10 Efe. 4:24

    21Abbootii! Akka isaan addii hin kutanne, ijoollee teessan hin aarsina’a.3:21 Efe. 6:4

  13. Isaías 22

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 2–21 de 25

    2Ee qachaa caancaan guutame, ee qachaa hoga’aa fi caaqaa, kolbaan teeti shallaaga’aan hin ijjeefanne yookiin lola keessatti hin duune.

    17Ee nama jaba’a! Mootiin Waan Maraa jabeessee si qabee, fugussee si qolaansu’uu jira.

    21Ani woyaa ulfinnaa teeti isatti hin uffisa; hiituu teetille isatti hin hidha; baallii teeti dabarsee isaaf hin kenna. Inni worra qachaa Yerusaalemii keessa le’uuf, mana Yihuda’aatiifille abbaa hin te’a.

  14. Números 19

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 1–15 de 22

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

    11«Nami reeffa namaa tuqe marti guyyaa torbaaf akka aadaa dhugeeffanna’aatitti qulqullu’uu moti.

    15Meen afaan banaa jiru ka cuqqaallaan jabaan irra hin jirre marti qulqullu’uu moti.

  15. Gênesis 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 14–26 de 33

    14«Yisaakor akka harree jadduu,wodhakkaa fe’iisaa ciittuu ti.

    15attam akka gammachiittu yennaa dhagge,fe’amiisaaf dudda ifii cillaaffatee garba

    18«Ee Mootii Waan Maraa,ani fayyisiisa keeti eegadha.

    26Eebbi abbaa keetiiwaan eebba gaarota bara duriitii jalqabanee jiranuu fikooba bara baraa irraa dhagganu caala.Eebbi kun marti mataa Yoseefii,ka obboleeyyan ifii irraa adda bayesurrii isaa irratti bu’uu ti.

  16. Eclesiastes 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–13 de 18

    3Nami biyya lafaa irratti waan itti elowu maraaf, bu’aa maan dhaggata?

    5Aduun hin baati, hin seentille’e; gara addee baateetitti deebi’iisaaf hin ariifatti.

    13Ani waan lafa irratti hujame mara qarumma’aan qorqoriisaaf itti yaade; ilmaan namootaa irratti Waaqi ba’aa attam attam ulfaattu fe’e!

  17. Salmos 45

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 45
    Mostrando versículos 2–8 de 17

    2Ati ilmaan namaa mara caalaa miidhaga’a;dubbiin teeti arnya qaddi;tanaaf Waaqi haga bara baraa si eebbiseera.

    6Ee Waaqa barcumaan mootumma’aa keeti,ka bara baraa ti;uleen bokku’uu teetille ulee bokku’uu ta haqaa ti.

    8Woyaan fiqiree qumbii, hargiisaa fidakkara irraa hujanteen fiqqitti.Mana mootumma’aa ka ilka arbaatiin seefame keessaaqoonqoon kiraara guddichaatii fimaseenqo’oo si gammachiitti.

  18. Mateus 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 10–32 de 39

    10Sooressi keessan Kiristoos tokkocha waan te’eef, ‹Sooressa› jedhantanee hin waamamina’a.

    22nami ol-gubba’aan kakatulle, barcumaa Waaqaatii fi ka barcumaa san irra tee’eeruun kakata.

    32Waan abbootiin teessan jalqadde, ittuma guuta’aa fixaa ree!

  19. João 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–24 de 51

    4Isa keessa jiru’utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti.

    9Ifi gara biyya lafaa dhufee nama maraaf issu sun ifa dhuga’aa ti.

    24Ergantooti Fariisaayotaan ergamane,

  20. Neemias 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 6–15 de 19

    6Ani yennaa iyyata isaanii kana dhage’e guddoo aare.

    9Maarre ani, «Wonni isin hujiisatti jirtanu dansa’aa moti; akka worri diina keennaa nu hin qaanessine, isin Waaqa sodaatiisaan ideemiisa maltane.

    15Bulchitooti anaan dura biyya bulchaa turane, ba’aa ulfaattuu kolba’atti fe’anee, sagale’ee fi daadhii woyni’ii irratti dabalanee, meetii sheeqelii afurtama fudhataa turane. Tajaajiltooti isaaniituu kolbaa irratti goottomanee turane. Ani ammoo Waaqa waan sodaadhuuf, akkas hin goone.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo