5Waaqi lubbuu kolba’aa fayyisiisaaf, isiniin dura waan na ergeef, isin waan as na gurgurtaneef hin yaaddoyina’a yookiin ifitti hin aarina’a.
21Maarre ilmaan Yaaqoobii akkuma jedhame godhane. Akkuma mootichi ajaje, Yoseef garreettaa geejjibaatii fi ideensa kara’aatiif galaa isaaniif kenne.
28Achiin duuba Yaaqoob, «Ilmi kiyya Yoseef haga ammaa jiraachuun isaa na geetti! Ani adoo hin du’in dhaqee isa dhagguu qaba» jedhe.