Publicidade

Eclesiastes 12

6 Jiruun teeti akka haachaba meeti’ii adoo hin citin yookiin akka qorii worqi’ii adoo hin cabin yookiin akka waan bisaaniin woraabbatanuu, madda biratti adoo hin bututin yookiin akka korboo bisaan boollaa ittiin woraabbatanuu, adoo hin cabin, 7 biyyeen gara biyye’ee adoo hin deebi’in, hafuurrille gara Waaqa isa kennee adoo hin deebi’in ka si dade qaabadhu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-