Pular para o conteúdo
Publicidade

Hizqi'elii Raagichaa 9

4 «Qachaa Yerusaalemii keessa deddeemiitii, adda worra wonni battiin qachaa san keessatti waan hujanteef aadee bowu irratti mallattoo godhi» jedhe.

5 Ammalle adoo ani dhage’uu Mootiin Waan Maraa worra dhibi’iin, «Isinille isa gula deema’aatii qachaa san keessa deddeema’aatii ijjeesa’a. Hin hilina’a yookiin hin mararina’a. 6 Jaarsolee, dargaggeeyyii dhiiraatii fi durraa, ijoollee didiqqo’oo fi dubartii ijjeesa’a. Garuu worra adda ifii irratti mallattoo qabu tokkolle hin tuqina’a. Addee Woyyittii tiyya irraa jalqaba’a» jedhe. Maarre isaan jaarsolee Galma dura jiranuun jalqabane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também