Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 10

1 Seerri waan dansaa dhufuuf gaaddiddu’u malee, akka akki isaa jiru ka dhuga’aatii moti; tanaaf wogguma wogga’aan yennaa mara woreega woreegamu worra gara Waaqaa dhikaatu guutuu godhiisaaf ijjumaa hin dande’u. 2 Adoo Seerri isaan guutuu godhiisaaf dande’ee jiraate, worri waaqonfatiisaaf dhikaatu karaa itti deddeebii hin qanneen cubbuu irraa waan qulqulloomuuf, wodanaa isaaniititti cubbuun isaanii waan hin dhage’anneef, sila woreega dhikeessiisa hin lakkisaniiyyu. 3 Woreegi kun marti ammoo wogguma wogga’aan ka isaan cubbuu ittiin qaabatanu. 4 Sababille dhiigi dardaraatii fi re’eee cubbuu balleessiisaaf hin dandeenne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também