Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 11

17 Abrahaam yennaa Waaqi isa haga ilaale, dhugeeffanna’aan Yishaaqi woreega godhee dhikeesse. Abrahaamiin waadaa fudhate sun ilma ifii tokkochuma san woreega godhee kenniisaaf qophoweeraayyu. 18 Ilmi isaalle ka Waaqi, «Sanyiin teeti Yisihaqiin waammanti» jedheen san. 19 Waaqi du’aa kaasiisaaf dandeettii akka qabu Abrahaam waan hubateeruuf, akka waan du’aa ka’eetitti deebi’ee Yisihaq dhagge.

Veja também